Browsing Category
Oduu biyya keessaa
WMOn Birrii miiliyoona 300 oliin Finfinnee misoomsuufi
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen Waldaan Misooma Oromiyaa Birrii miiliyoona dhibba 3 oliin magaalaa Finfinnee misoomsuufi…
Godina Wallagaa Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo magaalaa Mooxee proojektiin bishaan dhugaatii eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Godina Wallagaa Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo magaalaa Mooxee proojektiin bishaan dhugaatii eebbifameera.
Sirna eebba proojektichaarratti sadarkaa itti…
Godina Kibba Wallootti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Godina Kibba Walloo aanaa Booranatti Rasaasni seeraan alaa kumni 3 fi 441 fi meeshaaleen waraanaa seeraan alaa biroo to’atamuu Waajjirri Poolisii…
Godina Baalee bahaa aanaa Laga Hidhaatti buufanni humna elektirikaa Soolaarii Beeltuu ijaarame…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Godina Baalee bahaa aanaa Laga Hidhaatti buufanni humna elektirikaa Soolaarii Beeltuu ijaarame eebbifameera.
Sirna eebbichaarratti Preezdaantiin…
Dhaabbanni Giloobaal Paartinarshiip foor Ityoophiyaan Doolaara miiliyoona 850 mootummaaf galii…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Giloobaal Paartinarshiip foor Ityoophiyaan Doolaara miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 50 mootummaaf galii taasisuu Abbaan Taayitaa…
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa raawwii hojii fi dhimmoota waqtaawaarratti gamaaggamaa taasisuu…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa raawwii hojii Filannoo marsaa 6ffaa fi dhimmoota waqtaawaarratti magaalaa Hoosa’iinaatti gamaaggamaa taasisuu…
Qabsoon kaleessa gootota Oromoon finiine har’a misooma ta’eera – Obbo Shimallis
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan qabsoon kaleessa gootota Oromoon finiine har'a misooma ta’eera jedhan.
Obbo…
Godina Harargee Bahaa aanaa Qumbii Magaalaa Minnootti annisaan Soolaarii kiiloo Waattii 225…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa aanaa Qumbii Magaalaa Minnootti annisaan Soolaarii kiiloo Waattii 225 maddisiisu eebbifameera.
Sirna eebbichaarratti…
Waldaa Misooma Oromiyaa damee Finfinnee cimsuudhaaf galiin Birrii miiliyoonni 82 walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Waldaa Misooma Oromiyaa damee Finfinnee cimsuudhaaf galiin Birrii miiliyoonni 82 walitti qabameera.
Sagantaan galii walitti qabamaa ture har'a…
Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa hojiilee Riifoormii daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa Dooktar Akiinwumii Adeesiinaan hojiilee Riifoormii…