Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koomishinichi deegarsa midhaanii kuntaala kuma 700 ol naannoo Tigraayiif erguu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC) Koomishiniin hoggansa sodaa balaa biyyaalessaa deegarsa midhaan kuntaala kuma 700 ol naannoo Tigraayiif erguu beeksise.
Ji'a darbeerraa kaase…
Dooktar Injinaar Silashii Baqqalaan preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinaar Silashii Baqqalaan Preezdaantii Sudaan Kibbaa Salvaa Kiir waliin mari’ataniru.…
Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Baankii Misooma Afrikaatin baga nagaan gara Ityoophiyaa dhuftaan…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Baankii Misooma Afrikaa Akeen Adeesinaatin baga nagaan gara Ityoophiyaa dhuftaan jedhaniiru.…
Maallaqoonni biyyoota alaa seeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Maallaqoonni biyyoota alaa seeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala oolaniiru.
Doolaarri Ameerikaa kumni 209, Yuuroon kumni dhibbi 1 fi kumni…
Xaaliyaaniin Filannoo marsaa 6ffaa Ityoophiyaatti gaggeeffamuuf deeggarsa Yuuroo kuma dhibba 4…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC) – Xaaliyaaniin Filannoo marsaa 6ffaa Ityoophiyaatti gaggeeffamuuf deeggarsa Yuuroo kuma dhibba 4 taasisuu ibsame.
Mootummaan Xaaliyaanii gama Ministeera…
Godina Jimmaa aanoolee 8 keessaatti raammoo Afrikaa muul’dhate
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Godina Jimmaa aanoolee 8 keessaatti raammoo Afrikaa muul’dhachuu Giddugallii Kiliniika Biqiltuu Jimmaa beeksiseera.
Itti gaafatamaan giddugalichaa obbo…
Giiftii Duree aadde Zinnaash Taayyaachoo mana Barumsaa Ifaa Boruu Roobee sadarkaa 2ffaa eebbisiisan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC) – Giiftii Duree aadde Zinnaash Taayyaachoo Mana Barumsaa Ifaa Boruu Roobee sadarkaa 2ffaa Waajjira Giiftii Dureen Ijjaarrame eebbisiisaniiru.…
Misoomni hojiin malee hawwii fi ololaan hin dhugoomu – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC) – Godina Baaleetti Proojektoota 60 Birrii Biiliyoona 3.2 oliin hojjetamaa turan keessaa Proojektoonni 57 xummuramuu ibsameera.
Godina Baaleetti…
Kutaa magaalaa Lidataatti giddugallii guyyaatti lammiilee 800 ol nyaachisuu danda’uu hojii eegale
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Lidataatti giddugallii Birhaan Tesfaa guyyaatti lammiilee 800 ol nyaachisuu danda’uu hojii eegaleera.
Itti aantuun kantiibaa magaalaa…
Namoonni dhuunfaa rasaasoota kuma 19 fi 739 gara magaalaa Baahir Daar galchuuf turan to’annaa jala…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfaa lama rasaasoota kuma 19 fi 739 gara magaalaa Baahir Daar galchuuf yaalii taasisaa turan to’annaa jala ooluu waajjirri Komishinii…