Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Jimmaatti proojaktiin bishaan dhugaatii eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Godina Jimmaa aanaa Maannaa magaalaa Yabbuutti proojaktiin bishaan dhugaati eebbifameera.
Proojaktiin bishaan dhugaatii kun baasii Birrii miiliyoona 21…
Jilli Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon durfamu aanaa Agaarfaatti qonna qamadii jallisii fi…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Jilli Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon durfamu Godina Baalee aanaa Agaarfaatti qamadii jallisii fi teeknooloojiin deeggaramee abbootii qabeenyaan…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon godina Harargee Lixaatti mana Barumsaa Odaa Billiqaa sadarkaa…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Giiftii Dureen Ityoophiyaa Zinnaash Taayyaachoon godina Harargee Lixaa aanaa Hawwii Gudinaatti mana Barumsaa Odaa Billiqaa sadarkaa 2ffaa eebbisiisaniiru.…
Kutaa magaalaa Lidataatti manneen jireenyaa ganda seeraan alaa qabamanii turan 138 harka qalleeyyiif…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Kutaa magaalaa Lidataatti manneen jireenyaa ganda seeraan alaa qabamanii turan 138 harka…
Bulchiinsa magaalaa Dodolaatti Moobaayiloonni seeraan alaa kumni 2 fi 998 to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Bulchiinsa magaalaa Dodolaatti moobaayiloonni seeraan alaa kumni 2 fi 998 Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 2 fi kuma 84…
Namoonni Doolaara ni baayy’ifna jechuun yakka waliindhahuu raawwachaa turan to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Booleetti namoonni dhuunfaan Doolaara ni baayy’ifna jechuun yakka waliindhahuu raawwachaa turan to’atamuu Komishiniin…
Aanaa Doddotaa magaalaa Guddattuu Dheeraa fi Awaash Malkaa Sa’aatti Proojektoonni garaagaraa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Doddotaa magaalaa Guddattuu Dheeraa fi Awaash Malkaa Sa'aatti Proojektoonni garaagaraa 8 Birri miiliyoona 63.3 ijaarraman…
Godina Harargee Bahaatti Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Miidhagaa Tolaa eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Miidhagaa Tolaa Birrii miiliyoona 37 oliin ijaarrame eebbifameera.
Itti aantuun…
Giddugalli misooma dandamachiisaa miidhamtoota hawaasummaa eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Giddugalli misooma dandamachiisa miidhamtoota hawaasummaa eebbifameera.
Rakkoolee hawaasummaa furuun karoora…
Lammiileen Ityoophiyaa 409 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 409 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil…