Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Walaayittaa Sooddootti giddugala gabaa Markaattoo deebisanii ijaaruuf dhagaan bu’uuraa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti giddugala gabaa Markaattoo balaa ibiddan barbadaa’e deebisanii ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’amuu ibsame.…
Manni Barumsa Ifa Boruu Awaash Malkaa eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Manni Barumsa Ifa Boruu Awaash Malkaa eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'e.
Manneen barnootaa Ifa Boruu akka naannoo Oromiyaatti ijaarraman 100…
Ityoophiyaan hariiroon Ameerikaa waliin qabdu akka boora’u hin feetu – Ministeera Dhimma Alaa
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan hariiroon Ameerikaa waliin qabdu akka boora’u fedhii kan hin qabaanne ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Dubbii Himaan…
Naannoo Harariitti biqiltuu miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin xummuramuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Naannoo Harariitti bara kana biqiltuuwwan miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin xummuramuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa beeksiise.
Baatii…
Konfiransiin saaxilamuummaa Miidiyaalee Saaybariif gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC)- Konfiransii Mata duree "Itti gaafatamuummaa waloo nageenyaa Saaybariif" jedhuun magaalaa Finfinneetti jalqabe jira.
Saaxilamuummaa…
Magaalaa Finfinneetti waliigalteen ijaarasa manneenni Doolara biliyoona 4.2 mallatteffame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC)- Bulchinsii magaalichaa waggaa tokko keessatti manneen jireenyaa kuma 100 ijaaruuf waliigaltee mallattessera.
waliigalticha kantibaa Itti-aantu…
Qonnaan bultoonni Naannoo Tigraay Tiraaktaroota 20 deegrsa argachufi
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC)- Dhabbanni gargaarsa Ameerikaa(USID) Maart waliin ta'uun qonnaan bultoota Naannoo Tigraayiif deegarsa Tiraaktaroota 20 taasisuuf akka ta'e…
Ityoophiyaatti Kompiiyuutaroota kuma 37 irratti haleellaa saayibarii raawwachuuf yaaliin taasiifamaa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti Kompiiyuutaroota kuma 37 irratti haleellaa saayibarii raawwachuuf yaaliin taasiifamaa jiraachuu Ejansiin Nageenya Odeeffaannoo ifoomse.…
Rakkoowwan naannoo Tigraayitti muudatan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Rakkoowwan naannoo Tigraayitti muudatan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu mana maree federeeshiniitti koreen dhaabbii dhimmoota deemokraatawaa…
Magaalichatti qaama miidhamtoonni tajaajila geejjiba waggaa tokkoof bilisaan akka argataan…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti qaama miidhamtoota kuma 2 ta’aaniif tajaajila geejjiba waggaa tokkoof bilisaan akka argataan ta’uu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi…