Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti madaalliin ga’umsa ogummaa Barsiisootaa fi hoggansa barnootaaf laatamuufi
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti madaalliin ga’umsa ogummaa barsiisotaa fi hoggansa barnootaa kuma 8 oliif laatamuuf ta’uu Abbaan Taayitaa Mirkaneessa Madaallii fi…
Magaalichatti qaama miidhamtoonni tajaajila geejjiba waggaa tokkoof bilisaan akka argataan…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti qaama miidhamtoota kuma 2 ta’aaniif tajaajila geejjiba waggaa tokkoof bilisaan akka argataan ta’uu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi…
Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin buchiinsa Veetnaam dhimmoota waloorratti
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin buchiinsa Veetnaam dhimmoota waloorratti marichuu ibsameera.
Itti gaafatamaan Damee sab quunnamtii…
Dhimmi qaamolee dhuunfaa yakkoota garaagaraa raawwachuun to’annoo jala jiranii qulqullaa’aa jira…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhimmi qaamolee dhuunfaa yakkoota garaagaraa raawwachuun shakkamanii to’annoo jala oolaan 900 olii qulqullaa’aa jiraachuu…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Wallagga Bahaatti Ashaaraa Magariisaa eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaaster misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Wallagga Bahaa aanaa…
Ambaasaaddar Jamaal Ministeera Dhimma Alaa Baahireenitti daayreektara daayreektooreeti Afroo Isyaa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Baahireenitti Hoogganaan Waajjira Qonsilaa FDRI Ambaasaaddar Jamaal Bakar Ministeera Dhimma Alaa Baahireenitti daayreektara daayreektooreeti Afroo Isyaa …
Fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf yeroo kamiyyuu caalaa hojjechaa jirra –Preezdaant Shimalliis
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf yeroo kamiyyuu caalaa hojjechaa jiraachuu…
Hirmaannaa ummataa ijaarsa Hidha Haaromsaa cimsuuf Waltajjiin marii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – ‘Sagalee tokkoo fi ejjennoo tokkoon ijaarsa hidha haaromsaa yaa dhugoomsinu’ mata duree jedhuun waltajjiin marii Yunvarsiitii Aarbaa Mincitti…
Odeeffannoo sobaa tamsaasuun hawaasaa burjaajessuun fudhatama hin qabu – Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Odeeffannoo sobaa tamsaasuun hawaasaa burjaajessuun fudhatama kan hin qabne ta’uu Paartiin Badhaadhinaa beeksise.
Paartiin Badhaadhinaa…
Obbo Taaggasee Caafoon Seneetar Jiim Inhoofen waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoon Ameerikaatti Seneetara Bulchiinsa Oklaahoomaa Jiim Inhoofen waliin mari’ataniiru.…