Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffaan naannoo Gaambeellaatti eegalame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa obbo Umood Ujuluun sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffaa ifatti eegalchiisan.
Sagantichi Sudaan Kibbaaf…
Dameewwan geejjibaa fi loojistikii si’eessuun misoomaa biyyoolessaa fi guddina diinagdeef…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dameewwan geejjibaa fi loojistikii si’eessuun misoomaa biyyoolessaa fi guddina diinagdeef barbachisaa ta’uu…
Jiraattonni Magaalaa Asoosaa dhimma Ityoophiyaa irratti giddu seentumma qaamolee alaa mormuun…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Jiraattonni Naannoo Beenishanguul Gumuuz Magaalaa Asoosaa dhimma Ityoophiyaa irratti giddu seentummaa qaamolee alaa mormuun guyyaa har’a hiriira nagaa…
Paartiichi sagalee walga’ii Paartii Badhaadhinaa miliqee ba’e jechuun gadi dhiifame soba…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) -Paartiin Badhaadhinaa sagalee walga'ii koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa miliqee ba'e jechuun gadi dhiifame soba ta'uu beeksiise.…
Lammiileen Ityoophiyaa 334 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya isaanii deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 334 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyya isaanii deebi'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Deebitoonni kunneen…
Miseensonni garee shororkeessaa ABUT haalaan barbaaddamaa turan Jiibuutiitti to’atamuun…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) - Miseensonni garee shororkeessaa ABUT haalaan barbaaddamaa turan Jiibuutiitti to'atamuun har'a Finfinnee galuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.…
Faayilli sagalee Muummeen Ministiraa waltajjii Paartii Badhaadhinaarratti dubbattan fakkeessuun gadi…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) - Faayilli sagalee Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad waltajjii Paartii Badhaadhinaarratti dubbattan fakkeessuun gadi dhiifame sagalee sobaan…
Miseensoota garee ABUT fi qaamolee dhuunfaa shaneef deeggarsa maallaqaa taasiisanirra dhorkamni…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Miseensoota garee ABUT fi qaamolee dhuunfaa shaneef deeggarsa maallaqaa taasiisanirra dhorkamni qabeenyaa kaa’amuu Humni Waloo Nageenyaa fi…
Mariin tumsa diinagdee Ityoophiyaa fi Chaayinaa cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Ityoophiyaa obbo Ahimad Shiideen Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Chaayinaa Zhi’oo Zhii’ayaan waliin dhimmoota tumsa…
Ambaasaaddar Yibalxaal Sudaanitti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) –Sudaanitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaan Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddara Chaayinaa Maa Ziinmiin waliin dhimmoota naannawaa…