Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Seeneetara Ameerikaa Jiim Inhoofeen baga nagaan dhuftaan jedhan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Seeneetara Ameerikaa Jiim Inhoofeen baga nagaan dhuftaan jedhaniiru.
Dooktar Abiy fuula Feesbuukii…
Manni Maree Gorsaa Imaammata Carraa Hojii Uumuu qorannoo dameewwan 3n qorate yaada mariif dhiyeesse
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Manni Maree Gorsaa Imaammata Carraa Hojii Uumuu qorannoo dameewwaan 3n qorate yaada mariif dhiyeessuu beeksiise.
Manni marichaa hanqinoota sirna…
Kuubaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu dameewwan garagaraatin guddisuu akka barbaaddu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC)- Kuubaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu dameewwan garagaraatin guddisuu akka barbaadduu ibsiteetti.
Kun kan ibsamee Kuubaatti Ambaasaaddarri…
Giddugaltummaa biyyoota alaa mormuun tokkummaa biyyaalessaa kabachiisuun barbaachisaadha –…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Yaa’iin Qulqulluu Siinoodoosii Mana Amanta Kiristiyaanaa Ortodoksii Ityoophiyaa guyyoota jahaaf gaggeeffamaa ture xummureera.
Dhimmoota…
Raakkoo hawaas-diinagdee uummataa furuuf hojiiwwan garagaraa hojjechaa jirra-Preezdaant Shimalliis
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC)-Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaan raakkoo hawaas-diinagdee uummataa furuuf hojiiwwan garagaraa hojjechaa jirra jedhaniiru.…
Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa proojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 9 oliin ijaarsise…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC)- Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa damee Asoosaa proojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 9 oliin ijaarsisee eebbisiiseera.
Waldaa Fannoo Diimaa…
Wayita filannoo ajandaaleen mirga namoomaa kabajamuu qaban ifooman
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) - Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa wayita Filannoo ajandaalee mirga namoomaa paartileen Siyaasaa kabajuu qaban abbaa qabxii 6 ifoomseera.…
Doolaarri Ameerikaa, Yuuroo fi Paawundii karaa seeraan alaa daddabarfamaa turan to’atamaan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC)- Finfinneedha gara Moyaaleetti daddabarfamaa kan turan Doolaarri Ameerikaa, Yuuroo fi Paawundii to’atamaaniiru.
Maallaqni seeraan alaa kun eeruu hawaasaa…
Waldaan Aksiiyoona Printingii, pablishiingii fi paakeejingii Meelbaa Magaalaa Galaanitti ijaarame…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC)-Waldaan Aksiiyoona Pirintingii, pablishiingii fi paakeejingii Meelbaa Magaalaa Galaanitti ijaarame eebbifameera.
Sirna eebbichaarratti…
Damee barnootaa Teeknooloojiin ammayyeessuun lammiilee ga’umsa qaban horachuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Damee Barnootaa Teeknooloojiin ammayyeessuun lammiilee ga’umsa qaban oomishuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Damicha…