Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hirirrii mata duree “sagaleen keenya bilisummaa keenyaaf’ jedhuun naannolee Ityoophiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2013 (FBC) – Hirirri mata duree "sagaleen keenya bilisummaa keenyaaf’ jedhuun naannoo Ityoophiyaa garaagaraatti gaggeeffameera.
Naannoo Hararii magaalaa…
Hirirri mata duree “sagaleen keenya bilisummaa keenyaaf jedhuun”gaggeeffame karaa nagaan…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2013 (FBC) – Hirirri mata duree "sagaleen keenya bilisummaa keenyaaf jedhuun" har’a Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xummuramuu…
Ijaarsi Proojektii Daandii Saffisaa Adaamaa – Awaash eegalame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2013 (FBC) – Qaama Koriidarii Geejjiba Ityoo – Jiibuutii kan ta’e ijaarsi Proojektii Daandii Saffisaa Adaamaa Awaash Kiiloo Meetirri 60 har’a ifatti eegalameera.…
Dhaabbileen Barnoota Olaanoo Oromiyaatti argaman sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeessan
Finfinnee, Caamsaa 22, 2013 (FBC) – Dhaabbileen Barnoota Olaanoo mootummaa naannoo Oromiyaatti argaman sagantaa Ashaaraa Magariisaa mooraa Yunvarsiitii Arsii keessatti gaggeessaniiru.…
Hirirrii mata dure “sagaleen keenya bilisummaa keenyaaf jedhuun”gaggeeffameera
Finfinnee, Caamsaa 22, 2013 (FBC) – Hirirrii mata dure "sagaleen keenya bilisummaa keenyaaf jedhuun" har’a Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffame xummurameera.…
Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay eegalame
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC) - Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii baatii jahaa Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti eegalameera.
Gamaaggamichi har'a waaree booda kan…
Komishiniin Poolisii Federaalaa hoggantoota poolisii olaanoo fi giddugaleessa 550 eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Komishiniin Poolisii Federaalaa giddugalaa leenjii poolisii Awaash 7 hoggantoota poolisii olaanoo fi giddugaleessa leenjisaa ture 550 eebbisiiseera.…
Yeroo qilleensaa dabalataa kakaasii filannoo paartilee siyaasaa guyyoota 12f dheerate
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)-Guyyaan sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaan dheerachuu hordoofee yeroo qilleensaa dabalataa miidiyalee kakaasii filannoo paartilee siyaasaa guyyoota 12f…
Seerrii kaffaltii tajaajiila abbaa seerummaa Ityoophiyaa fooyya’uufi
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Waggoota dheeraa kan lakkoofsiisee seerrii kaffaltii tajaajiila abbaa seerummaa Ityoophiyaa fooyya’uufi jedhameera.
Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa…
Godina Arsii Lixaatti barana biqiltuun mukkeen garaagaraa miiliyoonni 200 ol qophaa’uu himame
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti barana biqiltuun mukkeen garaagaraa miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 38 qophaa'uu himame.
Sagantaa Arshaaraa magariisaa marsaa…