Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishiniichi hiriira boruu gaggeeffamuun walqabsiisee daandiiwwan cufaa ta’an ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee hiriira boruu mata duree ‘sagaleen keenya bilisummaa keenyaaf’ jedhu gaggeeffamuun walqabsiisee daandiiwwan cufaa…
Proojektiin misooma sukkaaraa Balas yaalii oomishaa eegaluu ibse
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Proojektiin misooma sukkaaraa Balas lakkoofsii 2ffaan yaalii oomishaa eegaluu ibseera.
Akka EBCtti dhiyeenyaatti kan eebbifamuu warshaan sukkaaraa kun…
Dooktar Abiy walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa murannoo nageenyaa fi…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa murannoo nageenyaa fi badhaadhinaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Ergamaa Addaa Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)-Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ergamaa Addaa Gamtaa Afrikaa Miisheel Siidiibee waliin Eejensii Qorichootaa Afrikaa (AMA) ilaalchisee mari’ataniiru.…
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti proojektoonni adda addaa eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti proojektoonni adda addaa baasii Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 80 ijaarramaan eebbifamaniiru.…
Ityoophiyaanoonni 44 Beeruutii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)-Lammiilee Ityoophiyaa 44 Libaanoos Beeruutii gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa…
Oromiyaatti proojektoonni daandiiwwanii fi riqaalee 313 ijaarramaa turan eebbaaf qophaa’an
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Proojektoonni daandiiwwanii fi riqaalee 313 Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaatin hojjetamaa turan xumuramanii eebbaaf qophaa’uu Preezdaantii itti…
FAOn Ityoophiyaatti hoomaa awwaannisaa ittisuuf tattaaffii taasifamuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Nyaata fi Qonna Addunyaa (FAO) Ityoophiyaatti hoomaa awwaannisaa ittisuuf tattaaffii taasifamuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4.1 taasiseera.…
Hiriirri mata duree ‘sagaleen keenya walabummaa keenyaaf’ jedhu gaggeeffamuufi
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Hiriirri nageenyaa dargaggoo guutuu biyyaatti hirmaachisee mata duree ‘sagaleen keenya walabummaa keenyaaf’ jedhu boruu akka gaggeeffamuu ibsameera.…
Preezdaant Shimalliis Abdiisaan godina Guraageetti ijaarsa mana barumsaa sadarkaa 2ffaaf dhagaa…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa naannoo Saboota Sablammoota fi Ummattoota Kibbaa godina Guraageetti mana barumsaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatin…