Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Baahir Daar Dooktaroota Fayyaa 122 eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Baahir Daar Dooktaroota Fayyaa 122 barsiisaa eebbisiiseera.
Ministir Deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa sirna…
Aadde Adaanach Abeebeen Waldaa Hojii Gamtaa Shammaanoota daawwataan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen Kutaa Magaalaa Addis naannoo Mana Amataa Amaanu’eel Markaatootti kan argamu guddina hojii…
Filannoo preezdantummaa Siiriyaatti gaggeeffameen Bashir al-Asaad injifatan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Filannoo preezdantummaa biyya waraanan dararamaa turte Siiriyaatti gaggeeffameen Al-Asaad yeroo 4ffaaf preezdaantii biyyattii ta’uuf injifatan.…
Naannoo Kibbaa iddoolee garaagaraatti weerarri Raammoo muul’ate
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa iddoolee garaagaraatti weerarri Raammoo gosti lama muul’achuu ibsameera.
Hawaasni weerara kana ittisuuf hojii hojjetamu…
Magaalaa Sulultaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Magaalaa Sulultaa ganda 01 iddoo addaa dhaabata Awutoobisii jedhamutti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garaagaraa to’annoo jala ooluu Qajeelchi…
Raayyaa Ittisaa keessatti dandeettii cimaan ijaarrameera – Leetanaan Jeneraal Baacaa Dabalee
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Raayyaa Ittisaa keessatti dandeettii cimaan ijaarramuu Qindeessaa Olaanaan Hojiilee Ijaarsa Humna Waraanaa Leetanaan Jeneraal Baacaa Dabaleen ibsan.…
Ambaasaaddar Nabiil Ajejaa Olaanaa Raayyaa Ittisaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahiddiin Ajejaa Olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan Kibbaa Jeneraal Saantiinoo Dangi Wal waliin…
Siwiidiin deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaara miiliyoona 4 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Siwiidiin sosochii deeggarsa namoomaa Ityoophiyaatti taasiifamaa jiru tumsuuf Doolaara miiliyoona 4.77 deeggarsa taasiisuu ibsameera.…
Barattoonni kumni dhibbi 5 fi kumni 46 ol qormaata kutaa 8ffaa ni fudhatu – Biiroo Barnoota Oromiyaa
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata kutaa 8ffaa bara 2013 barattoota kuma dhibba 5 fi kuma 46 ol qoruuf qophii xumuruu beeksiiseera.…
Abbootiin qabeenyaa dhuunfaa rakkoo mana jireenyaa furuuf ga’ee isaanii ba’uu qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Rakkoo mana jireenyaa furuuf Baankiin misooma manneenii bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen argamanitti ifoomeera.
Rakkoo mana…