Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin waloo Ityoo – Siwiidiin gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen jila Itti aanaa Ministira Alaa Siwiidiin Roobart Raayidibargiin durfamu waliin…
Waraanni Ityoophiyaa kaayyoo shororkeessummaa Alshabaab fashaleessuun naannicha qulqulleessaa…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Waraanni Ityoophiyaa kaayyoo shororkeessummaa Alshabaab fashaleessuun naannicha qulqulleessaa jiraachuu Soomaaliyaatti ajejaan humna nagaa kabachiisaa…
Galmi Abbaa Muudaa Tuulamaa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Galmi Abbaa Muudaa Tuulamaa bakka Hoggantoonni, Abbootiin Gadaa, keessummoonnii fi Jirattoonni argamanitti bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Ganda Haadhootti…
Komaandaar Atleet Daraartuun ijaarsa hidha haaromsaa arifachiisuuf hirmaannaan hawaasa cimee akka…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Komaandar Atleet Daraartuu Tulluu ijaarsa hidha haaromsaa guddichii Ityoophiyaa arifachiisuuf…
Oromiyaatti qormaanni kuta 8ffaa Waxabajjii 8 hanga 10, 2013tti laatama
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Waxabajjii 8 hanga 10, 2013tti akka laatamu Biiroon Barnoota Oromiyaa Beeksiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan…
Boordichi garee taajjabdoota filannoo idil addunyaa 2f beekkamtii laate
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) –Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa garee taajjabdoota filannoo idil addunyaa 2f beekkamtii laachuu beeksiise.
Boordichi garee Taajjabdoota…
Daandiin Qilleensicha dorgommii biziinasii 15ffaa Gaanaa-Afrikaarratti badhaafamaa warqee ta’e
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa orgommii biziinasii 15ffaa Gaanaa-Afrikaarratti badhaafamaa warqee ta’eera.
Daandiin qilleensichaa biyyoota Afrikaa…
Godina Booranaatti gamoon mana hojii Abbaa Alangaa Birrii miiliyoona 34 oliin ijaarramee eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa Godina Booranaatti gamoon mana hojii Abbaa Alangaa Birrii miiliyoona 34 oliin ijaarramee eebbifameera.
Baasiin ijaarsa gamoochaa…
Komishiniin Poolisii Federaalaa ijaarsa Hidha Haaromsaaf bittaa Boondii Birrii miiliyoona 205…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Komishiniin Poolisii Fedeeraalaa ijaarsa hidha haaromsaf Birrii miiliyoona birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 5 oliin boondii bituu beeksiiseera.…
Naannoo Kibbaatti barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaan qabxii olaanaa galmeessaniif…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaatti barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2012n qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasni jajjabeessitu laatameera.…