Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fiinlaand Sagantaa Cowash Itoophiyaaf Birrii biiliyoona 2 deeggarte
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Fiinlaand Sagantaa Cowash Itoophiyaa keessatti gaggeessaa jirtuuf Birrii biiliyoona 2deeggarsa taasiifte.
Sagantaa Cowash bishaan…
Hojiin daandii konkiriitii aspaaltii Dirree Dawaa Shiinlee Birrii miiliyoona 500 ijaarramu eegale
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Dirree Dawaa Shiinleetti hojiin ijaarsa daandii konkiriitii aspaaltii Birrii miiliyoona 500 ijaarramu eegaleera.
Ijaarsii daandiicha waggaa tokkoo fi…
Inshuraansiin Niyaalaa hidha haaromsaa guddichaaf bittaa boondii Birrii miiliyoona 26.7 raawwate
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Inshuraansiin Niyaalaa ijaarsa hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaaf kan oolu bittaa boondii Birrii miiliyoona 26.7 raawwateera.
Qaamoleen dhuunfa…
Walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa har’a eegaleera.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fuula Feesbuukii…
Ityoophiyaan miseensa koree UNESCO waliigaltee 1970 ta’uun filatamte
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti miseensa koree Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa waliigaltee 1970 ta’uun filatamte.…
Naannoo Kibbaatti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf hojjetama…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaatti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf hojjetama jiraachuu Ministeerri Nageenyaa beeksiise.…
Obbo Reedwaan itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira dhimma alaa Kaataar waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa obbo Reedwaan Huseen itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Kaataar sheehi Mahaammad…
Walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa boru ni eegala
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa boru kan eegalu ta’uu ibsameera.
Korichi dhimmoota waqtaawaa fi…
Godina Goojjam Bahaatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Bahaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, namoota 12 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu…
Tajaajilli lammummaa duudhaa sirna Gadaarraa fudhatameedha – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Kenniinsi Tajjajila Lammuummaa fi Ashaaraa Magariisaa gannaa dhufuu mata duree ‘kootta Oromiyaa haa uwwisnuu’ jedhuun…