Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanoonni 329 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Lammileen Ityoophiyaa 329 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an…
Sudaan Kibbaa marii sadee mariisiisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamu ni deeggarti –…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Sudaan Kibbaa marii sadee Hidha Haaromsaa mariisiisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamu kan deeggartu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Sudaan Kibbaa…
Seeneetar Jiim Iinhoof dhorkama Viizaa bulchiinsi Baayiden aanga’oota Ityoophiyaarra kaa’e…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Dhorkama Viizaa bulchiinsi Baayiden Ityoophiyaarra ka’e kan morman ta’uu Seeneetarri Paartii Riippablikaanii Ameerikaa Jiim Iinhoof ibsaniiru.…
Gareen ABUT hanga ammaatti miseensoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay 22 ajjeessuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay hanga ammaatti miseensoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay 22 ajjeessuu Qulqulleessi Ragaa Labsii Yeroo…
Furmaanni rakkoo hundaa nageenya qofa – Abunee Maatiiyaas
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) –Bu’urrii fi furmaanni rakkoo hundaa nageenya qofa ta’uu Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Qulqulluu Abunee Maatiiyaas…
Magaalaa Adaamaatti sagantaa Tajaajila Lammuummaan harka qalleeyyii fi qaama miidhamtoota kuma…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Adaamaa sagantaa Tajaajila Lammuummaa Gannaan,harka qalleeyyii fi qaama miidhamtoota kuma 1'f mana ijaaruuf lafa qopheessuu…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Moorookoo waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Moorookoo Naasir Boortaa…
Proojektiin Bishaan dhugaatii Tulluu Guddoo eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Proojeektiin Bishaan Dhugaatii Tulluu Guddoo Birrii biiliyoona 1.6 hojjetamaa ture eebbifameera.
Itti aantuun Kaantiibaa Bulchiinsa Magaalaa…
Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddara Federeshiinii Raashiyaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) - Sudaaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddara Federeshiinii Raashiyaa Ambaasaaddar Bilaadmiir…
Torbeen Ityoophiyaa paarkii Michummaatti gaggeeffamaa ture xummurame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) - Sagantaan torbee Ityoophiyaa paarkii Michummaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture xummurameera.
Feestivaalli guyyoota 7f torbee Ityoophiyaa sababeeffachuun…