Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidiyaaleen dhimma hidha Haaromsaarratti odeeffannoo sirrii hawaasaa idil addunyaa biraan…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) - Miidiyaaleen waa'ee Hidha Haaromsaarratti odeeffannoo sirrii hawaasaa idil addunyaa biraan ga'uuf qooda irraa eeggamu ba'uu qabu jedhameera.
Waajjirri…
Ityoo Teeleekoom magaaloota Bahaa Ityoophiyaatti tajaajila 4G eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Ityoo Teeleekoom Bahaa Ityoophiyaa magaaloota Dirree Dawaa, Ayiishaa fi Cirootti tajaajila 4G eegalchiiseera.
Ityoo Teeleekoom kutaa biyyatti hundatti…
Chaayinaan naannoo Tigraayiif deeggarsa meeshaalee yaalaa taasiifte
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Chaayinaan naannoo Tigraayiif deeggarsa meeshaalee yaalaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolan taasiiftee jirti.
Haguugguu fuulaa kuma 36,…
Ambaasaaddar Hadaraa Abarraan Ambaasaaddaroota teessoo isaanii Akiraa taasisaan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Akiraatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Hadaraa Abarraan gita isaanii Ruwaandaa Dooktar Eesaa Kiirboo fi raawwachiisa dhimma Laayibeeriyaa Alii E Maasaawiik…
Afrikaan nageenyaa fooyya’aa fi badhaadhina akka qabattuuf murannoo qabaachuu qabna-Dura Ta’aa…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Afrikaan nageenyaa fooyya’aa fi badhaadhina akka qabattuuf kan yeroo kami caalaa murannoo qabaachuu qabna jechuun Dura Ta’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa…
Guyyaan Afrikaa kabajame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Guyyaan Afrikaa magaalaa Finfinneetti kabajameera.
Guyyaan Afrikaa hundeeffama Gamtaa Afrikaa bara 1963 hordofee kan kabajamuudha.
Guyyaan…
Manni Murtii aanaa magaalaa Finfinnee hundaa’e
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Manni Murtii aanaa magaalaa Finfinnee hundaa'era
Preezdaantiin Mana Murtii Waliigala Oromiyaa, obbo Gazaalii Abbaasimal, Manni Murtii aanaa Magaalaa…
Raashiyaan hariiroo Afrikaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo kan laattuu fi deeggarsa taasiiftu kan itti…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Raashiyaan hariiroo Afrikaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo kan laattuu fi deeggarsa taasiiftu kan itti fuftu ta’uu Preezdaantiin biyyattii Bilaadmiir…
Dhorkamni Viizaa Ameerikaan keesse tarkaanfii imaammata dirqiin jijjiirsiisuuf fudhatameedha jedhame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) - Dhorkamni Viizaa Ameerikaan aanga’oota Ityoophiyaarra keesse tarkaanfii imaammata dirqiin jijjiirsiisuuf fudhatame ta’uu beektoonni ibsan.…
Adeemsi biyya badhaate ijaaruuf taasiifamu mataansaa qorumsaan kan guutamedha – Dooktar Abiy
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa Afrikaa ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru.
Dooktar Abiy adeemsi biyya badhaate ijaaruuf godhamu…