Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhorkiin Viizaa Ameerikaa hariiroo biyyoota lamaanii giddugaleessa kan hin taasifneedha-Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Ameerikaan Dhorkiin Viizaa hoggantoota Ityoophiyaarra keessee hariiroo baroota dheeraa biyyoota lamaanii giddugaleessa kan hin taasifnee fi naannichaa…
Mariin sadeenii Hidha Haaromsaa mariisisummaa Gamtaa Afrikaatin gageeffamuu daandii furmaataa sirrii…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Mariin ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichi Ityoophiyaa mariisisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamuu daandii furmaataa sirrii ta’uu Ityoophiyaatti itti aanaan…
Obbo Dammaqaan Ergamaa Addaa Dhimma Ittisa Beelaa fi Namoomaa Ingilaand waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ergamaa Addaa Dhimma Ittisa Beelaa fi Namoomaa Ingilaand Niik…
Qabeenyi keenya ummata miiliyoona dhibba 1 ta’uu hubannee Ityoophiyaa jijjiiruuf waloon yaa hojjennu…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) - Qabeenyi keenya ummata miiliyoona dhibba 1 ta’uu hubachuun Ityoophiyaa jijjiiruuf waloon yaa hojjennu jedhan Muummeen Minsitiraa FDRI Dooktar Abiy…
Ityoophiyaanoonni 396 Saa’ud Arabiyaarra gara biyya deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)-Lammileen Ityoophiyaa 396 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka bu’aa…
Itoophiyaan Yaada bilisaan ibsachu fi miirga pireesii kabajuuf ejjanno cimaa qabdi – Abbaa…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Itoophiyaan Yaada bilisaan ibsachu fi miirga pireesii kabajuuf ejjanno cimaa akka qabdu Abbaa Taayitaa miidiyaalee Itoophiyaa beeksise.
Abbaan…
Gammojji Kibba Biyyatti malee iddowwan heddun rooba gannaa ni argatu
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Roobni ganna dhufu eggamu kutaa biyyaa gammojji Kibbaa malee iddo heddutti rooba akka argatan Ejansiin meetiyorooloojii biyyaalessaa beeksise.…
Godina shawaa Kaabaatti biqiltuu miliyoonni 200 ol dhabbiif qophaa’e
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaatti biqiltuuwwan gosa gara garaa miiliyoona 200 fi miiliyoona 27 dhaabbiif qophaa’uu Waajjirri Qonnaafi Qabeenya Uumamaa…
Dooktar Abiy Ahimad Eejensii Sadarkaalee Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Eejensii Sadarkaalee Ityoophiyaadaawwataniiru.
Dooktar Abiy Eejensii Sadarkaalee Ityoophiyaatiin qonnaa…
Dhorkiin Viizaa hoggantoota hojii Ityoophiyaarra kaa’ame fudhatama kan hin qabnedha- Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Dhorkiin Viizaa hoggantoota hojii Ityoophiyaarra kaa’ame murtoo fudhatama hin qabnee ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Ministeerichi…