Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afrikaan waggaatti tajaajilaa oddeeffannoo jala fudhatamuun waggatti Doolaara biiliyoona 3.5 ol akka…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Afriikaan waggaatti tajaajilaa oddeeffannoo jala fudhatamuun waggatti Doolaara Ameerikaa biiliyoona 3.5 ol akka dhabdu ibsameera.
Yaa’iin tajaajila…
Yaa’iin qorannoo fi qo’annoo biyyoolessaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Yaa’iin qorannoo fi qo’annoo biyyoolessaa 7ffaan Yuunvaarsiitii Madda Walaabuutti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichi mata duree ''qarannoon misooma waaraa…
Meeshaaleen kontiroobaandii tilmaamama Birrii miiliyoona 44 ol qabanii to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii tilmaamama gatii Birrii miiliyoona 44 fi kumni dhibbi 7 kumni 37 fi 757 ol qabanii to’annaa jala ooluu Ministeerri Galiiwwanii…
Axaayyee fi naannichaatti qabeenyoota barbadaa’an deebisanii dhaabuuf Birrii biiliyoona 1.5 ol akka…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa aanaa Efirataa fi Gadam magaalaa Axaayyee fi naannochatti qabeenyoota barbadaa’an deebisanii dhaabuuf Birrii…
Torbeen qorannoo waggaa Yuunvarsiitii Finfinnee baname
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Torbeen qorannoo waggaa Yuunvarsiitii Finfinnee banameera.
Sagantichi mata duree ‘qarannoon nageenyaa fi ijaarsa biyyaaf’ jedhuun kan gaggeeffamu.…
Hundeeffamni Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa waggaa 20ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Hundeeffamni Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa waggaa 20ffaan kabajamaa jira.
Sirna kabajaa kanarrattis Preezdaantii FDRI…
Preezdaant Shimallis Abdiisaan ijaarsa Baankii Siinqeef dhagaa bu’uuraa ka’aan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa Baankii Siinqeef dhagaa bu'uuraa kaa'uun hojii jalqabsiisaniitu.…
Waggoota sadan darbanitti fedhii bu’uura lammiilee bishaan,jallisi fi inarjiirratti…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Waggoota sadan darbanitti fedhii bu’uura lammiilee Ityoophiyaa guutuuf Ministeerrii Bishaan,jallisi fi inarjii hojii isaa irratti xiyyeeffannoo guddaa…
Baankiin Siinqee hundeeffame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Baankiin Siinqee hundeeffamuu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan ibsaniiru.
Waldaan Aksiiyonaa…
OBN jiraattoota Magaalaa Axaayee Godina Addaa Saba Oromoof deeggarsa taasise
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)-Oromiyaa Broodkaastiing Neetwoork naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Axaayee fi Godina Addaa Saba Oromootti namoota rakkoo nageenyaa tibba darbe…