Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Goodeetti proojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Naannoo Somaalee magaalaa Goodeetti proojektiin bishaan dhugaati baasii Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 75 eebbifameera.
Sirna eebbaa…
Namni Gadamsa Gammoojjii ajjeese horii 100 ykn beenyaa madaalawaa akka kaffaluu Abbootiin Gadaa…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Paarkii Biyyoolessaa Abijaataa Shaallaa keessaatti miidhaaf saaxilamaa kan jiru Gadamsi Gammoojjii namni ajjeese horii 100 ykn beenyaa madaalawaa akka…
Naannoo Oromiyaatti proojektoonni fayyaa 237 xumuramuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti proojektoonni fayyaa 237 ijaarsarra turan xumuramuun eebbaaf qophii ta'uu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera…
Aadde Adaanach Abeebeen lafa kaaree meetira kuma 42 ol ijaarsa Waldaa Misooma Amaaraaf oolu laatan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebe lafa kaaree meetira kuma 42 fi 200 ijaarsa Waldaa Misooma Amaaraaf oolu laataniiru.…
Akka abboota keenyaa yoo wal tumsinee hin tuqamnu-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Akka abboota keenyaa yoo wal tumsinee homtuu ni xuquu hin danda’uu jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimid ibsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad,…
Konfiraansiin Waldaa Misooma Oromiyaa gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)-Kutaa magaalaa Birbirsaa Gooroo (Araadaa) tti konfiraansiin Waldaa Misooma Oromiyaa gaggeeffameera.
Konfiraansicharratti itti aantuu kantiibaa magaalaa…
Sirni galii walitti qabuu misoomaa aanaa Ammayyaa gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Sirni galii walitti qabuu misoomaa aanaa Ammayyaa gaggeeffameera.
Sirnicharratti Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Abbaa…
Ityoophiyaan kongirensii Diiroonii Idil addunyaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Biyya Chaaayinaa Magaalaa Shinzhiintti taa'amaa kan jiru Kongirensiin Diiroonii ykn xiyyaara nama malee idil-addunyaa 5ffaa kan bara 2021 irratti…
Marichi ijaarsa nageenyaa uummattoota naannoo lamaanii gidduutti yeroo itti aanu gaggeeffamuuf…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC) - Mariin naannolee Amaaraa fi Tigraay gidduutti taasiifame ijaarsa nageenyaa uummattoota naannoo lamaanii gidduutti yeroo itti aanu gaggeeffamuuf daandii…
Naannolee filannoo muraasaatti guyyaa filannoo waliigalaa filannoon hin gaggeeffamu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) - Naannolee filannoo muraasaatti guyyaa filannoo waliigalaa gaggeeffamu filannoon kan hin gaggeeffamne ta'uu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiise.…