Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buuqqaatoota naannoo Tigraay iddotti deebisu fi dhaabuuf Koreen ni hunda’a- Dooktar Abiy
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) –Buuqqaatoota naannoo Tigraay iddotti deebisu fi dhaabuuf Koreen ni hunda'a jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy…
Jilli aadde Loomii Badhoon durfamu mana barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Gadaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Jilli Af – Yaa’ii Caaffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoon durfamu mana barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Gadaa daawwateera.
Godina Shawaa Bahaa Aanaa…
Dhaabbata Paartinarshiip Foor Itoophiyaaf eeyyamni haaraan Teeleekoomii akka laatamu murtaa’e
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Koominiikeeshinii Ityoophiyaa Dhaabbata Giloobaal Paartinarshiip Foor Itoophiyaaf eeyyama haaraa Teeleekoomii biyyaleessaa akka laatu…
Galmeen filattootaa Godinaalee Wallaggaatti gaggeeffamaa ture xummurame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Sababa rakkoo nageenyaa booddeetti hafee kan eegalame galmeen filattootaa Godinaalee Wallaggaa Arfanitti gaggeeffamaa ture guyyaa kaleessaa…
Magaalaan Faasiil Waancaa Priimayer Liigii bara 2013 fudhate
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaan Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2013 magaalaan Faasiil har’a magaalaa Hawaasaatti Waancaa fudhateera.
Taphoota Beetkiingii…
Magaalaa Tarcaatti ijaarsa Proojektii bishaan dhugaatii qulqulluuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa Godina Daawuroo magaalaa Tarcaatti proojektii bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 5 ijaarramuuf dhagaan…
Magaalichatti sosochiin duula qulqullinaa marsaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sosochiin duula qulqullinaa marsaa 2ffaan eegalameera.
Sagantichi baatii lamaaf kan turu yoo ta’u, ‘boo’iiwwan lolaa…
Yaa’iin Dhaabbilee amantaalee Ityoophiyaa hundeeffamaa yaa’ii jalqabaa biyya alaatti gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee amantaalee Ityoophiyaa ijaarsa duudhaalee nageenyaa, tokkummaa fi walkabajuu cimsuuf hundeeffamaa yaa’ii jalqabaa Ameerikaatti…
Kutaa magaalaa Qiirqoosiitti proojektoonni garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qiirqoosiitti proojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 46 fi kuma dhibba 6 fi kuma 88 oliin…
Waltajjiin marii waloo siyaasaa Ityoo –Biraaziil 2ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii waloo siyaasaa Ityoo –Biraaziil 2ffaan gaggeeffameera.
Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan…