Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaa Ashaaraaa Magariisaa marsaa 3ffaa ilaalchisee miseensota hawaasa dippiloomaasiif ibsi…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) - Sagantaa Ashaaraaa Magariisaa marsaa 3ffaa ilaalchisee miseensota hawaasa dippiloomaasii teessoo isaanii Ityoophiyaa taasiisaniif ibsi laatameera.…
Magaalaa Adaamaatti namni dhuunfaan sanadoota sobaa qopheessaa ture to’atame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti namni dhuunfaan sanadoota sobaa garaagaraa qopheessurratti bobba'ee hojjetaa ture to'atamuu Waajjirri Poolisii godina Shawaa Bahaa…
Dhiibbaan humnoota alaa waloon ittifamuu akka qabu abbootiin amantaa yaadachiisan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)-Ityoophiyaarratti dhiibbaan humnoota alaa taasifamuu waloon ittifamuu akka qabu abbootiin amantaa yaadachiisaniiru.
Abbootiin amantaa kunneen addaaddumaa…
Sagantaan mata duree ‘kabajaa biyyoolessaa tokkummaan’ jedhu iddoowwan garagaraatti gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)- Sagantaan mata duree ‘kabajaa biyyoolessaaa tokkummaan’ jedhun Ityoophiyaanoota bebeekamoon sochiin eegalee iddoowwan garagaraatti gaggeeffameera.…
Waldaaleen Siiviilii biyya keessaa sagal filannoo akka taajjaban eeyyamni laatame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Waldaaleen Siiviilii biyya keessaa sagal filannoo marsaa 6ffaa akka taajjaban eeyyamni laatamuu Boordiin Filannoo Biyyaalesaa beeksiise.…
Obbo Ristuu Yirdaa proojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 1 oliin ijaarramuuf dhagaa…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)-Itti aanan preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaa proojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 90 ijaarramuuf dhagaa…
Proojektoota biyyaalessaa gurguddoo harkifatanii qabeenya biyya duguugaa turan si’oomsineerra…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad proojektoota biyyaalessaa gurguddoo harkifatanii qabeenya biyya duguugaa turan si'oomsineerra jedhaniiru.…
Barattoonni haaraan hanga Caamsaa 30tti gara yuunvarsiitiiwwan ramadamanii akka galan ni taasifama…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)- Barattoonni haaraan hanga Caamsaa 30, 2013tti gara yuunvarsiitiiwwan ramadamanii akka galan ni taasifamaa jechuun Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo…
Dargaggoon Birrii kuma 40 bajaajii keessaa arge amanamummaan deebise
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)- Godina Arsii aanaa Doddotaa magaalaa Awaash Malkaasaaatti dargaggoon Usmaan Adam jedhamu Birrii kuma 40 fi uffata adda addaa bajaajii keessaa arge…
Manni marichaa jiraattoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 9 ol sagantaa seeftineetii boqonnaa 2ffaan…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti jiraattoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 9 ol sagantaa wabii nyaataa fi Proojektii misooma seeftineetii boqonnaa 2ffaan fayyadamoo…