Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni maree Ameerikaanoota Ityoophiyaanoota Ityoophiyaatti gidduseentummaa alaa dhimma keessoorratti…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)- Hundeeffamnisaa Ameerikaa kan ta’ee Manni maree Ameerikaanota Ityoophiyaanoota gidduseentummaa alaa dhimma keessoo Ityoophiyaarratti adeemsifamu…
Kutaa magaalaa Eekkaatti qonnaan bultoota kuma 1 fi 321f kaartaan mirkaneessa qabiyyee lafaa laatame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaatti qonnaan bultoota kuma 1 fi 321f kaartaan mirkanneessa abbaa qabeenyummaa qabiyyee lafaa laatameera.…
Eejensichi Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii waliin waliigaltee mallateesse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)- Eejensiin Nageenyaa Odeeffaannoo qorannoo Siitii-Neetii fi Ismaart Sarviis Deeliivaar hojiirra oolchuuf Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii…
Godina Kibba Tigraayitti galmeen barattootaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Godina Kibba Tigraayitti adeemsa baruu fi barsiisuu jalqabsiisuuf galmeen barattootaa eegalamuu Qajeelcha Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa…
Murtoo ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa gaggeessuuf qophiin xummuramaa jira – Boordii Filannoo
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) - Murtoo ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa gaggeessuuf qophiin xummuramaa jiraachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiise.
Murtichi…
Roobni gannaa baatii Caamsaa walakkaa eegalee kutaalee Ityoophiyaa tokko tokkotti dhiibaa…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Roobni gannaa baatii Caamsaa walakkaa eegalee kutaalee Ityoophiyaa tokko tokkotti dhiibaa qaqqabsiisuu akka danda’u Ejansiin Raaga Haala…
Lammiilee miiliyoona 2.8 oliif carraan hojii uumame – Komishinii Carraa Hojii Uumuu
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti Lammiilee miiliyoona 2.8 oliif carraan hojii uumamuu Komishiniin Carraa Hojii Uumuu Federaalaa beeksiise.…
Naannoo Tigraayitti waamicha bilbila bilisaa Covid -19 irra deebiin hojii eegalchiisuuf waliigalame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Tigraayitti waamicha bilbila bilisaa Covid -19 irra deebiin hojii eegalchiisuuf mootummaa Ityoophiyaa waliin…
Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan haala gabatee yeroon ni gaggeeffama – Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan yeroo qabameef keessatti kan raawwatu ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Guyyaa boruu sagantaan lammiileen Ityoophiyaa giddugalummaa alaa mormuuf sagalee itti dhageessiisan…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) - Guyyaa boruu sagantaan lammiileen Ityoophiyaa giddugalummaa alaa mormuuf iddoo jiranii sagalee isaanii itti dhageessiisan ni gaggeeffama jedhameera.…