Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Umar sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaa ilaalchisee Artiistootaa fi Ispoorteessitootaaf…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umar Huseen sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaa ilaalchisee Artiistootaa fi Ispoorteessitootaaf ibsa…
Magaalichatti waliigalteen manneen jireenyaa waliin kuma 30 ijaaruuf dandeessisu mallattaa’e
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhaabbata ‘Waadii Alsiidar Koomeeshaal Invastimanti Liiyaabiiliitii Liimiitiid’ jedhamu waliin manneen jireenyaa baasii…
Buufanni tursa Doonii jalqabaa Laamuu eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Qaama Proojektii waloo Ityoophiyaa, Keeniyaa fi Sudaan Kibbaa kan ta’e buufanni tursa Doonii jalqabaa Laamuu eebbifameera.
Preezdaantiin Keeniyaa…
Proojektiin Bishaan dhugaatii qulqulluu Goree Booraalee eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantii Itti aanaan Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Proojektoota bu’uuraale misoomaa garaagaraa eebbisiisuun hojii eegalchiisan.…
Boordichi Filannoon Biyyaalessaa marsaa 6ffaan Waxabajjii 14, 2013 kan gaggeeffamu ta’uu beeksiise
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa Filannoon Biyyaalessaa marsaa 6ffaan Waxabajjii 14, 2013 kan gaggeeffamu ta’uu beeksiiseera.
Adeemsi…
Obbo Dammaqaan Daayreektara Waajjira Sagantaa Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Ala obbo Dammaqaa Makonniin Daayreektara Waajjira Sagantaa Nyaataa Addunyaa…
Misooma barnootaatiin daandii milkaa’inaa eegallee jira – obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Misooma Barnootaan milkaa’aa Jiraachuu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu…
Dooktar Abrahaam sosochii hojii Warshaa Simmintoo Masaboo daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Dooktar Abrahaam Balaay sosochii hojii waliigalaa Warshaa Simmintoo Masaboo daawwataniiru.…
Godina Gujiitti Qonnaan bultootaa fi Horsiisee bultoota 279 eeyyamni Invastimantii kenname
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaa Godina Gujiitti Qonnaan bultootaa fi Horsiisee bultoota hanga Birrii miiliyoona 1.5 qusatan 279 eeyyamni Invastimantii kennamuu…
Ibsi ministirichi Guutinsa Bishaan hidha haaromsaa ilaalchisee laate ejjennoo Ityoophiya kan…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Ibsi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Gibtsii Guutinsa Bishaan Hidha Haaromsaa ilaalchisee laate ejjennoo Ityoophiya kan deeggaru ta’uu Dubbii Himaan…