Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy preezdaant Ismaa’eel Omaar Giilleeh ergaa baga gammadanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Omaar Giilleeh sirna waadaa galuusaanii ilaalchisee ergaa baga gammadanii…
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti qonnaan bultootaa waraqaa ragaa abbaa aabeenyummaa mirkaneessi…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti qonnaan bultootaa 1,210f waraqaa ragaa abbaa aabeenyummaa mirkaneessi lafaa laatameera.
Qorannoo kutaan bulchiinsa…
Filannoon marsaa 6ffaa Caamsaa 30 gaggeeffamuuf ture dheerate
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Filannoon marsaa 6ffaa Caamsaa 30 gaggeeffamuuf ture dheerachuu ibseera.
Filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa Caamsaa 28,…
Magaalaa Buraayyuutti waraqaan ragaa waldaalee mana jireenyaa fi qabiyyee durii jiraattotaaf laatame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Buraayyuutti waraqaa ragaa waldaalee mana jireenya, qabiyyee durii, ISA(DLD) fi ‘Green area’ jiraattota magaalichaf laatameera.
Ragaan qabiyyee…
Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Sirna kabajaa ayyaanichaarratti Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Buufanni Saatalaayitii Bizhaa Yuuroo miiliyoona 3’n ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Buufanni Saatalaayitii Bizhaa odeeffannoo fudhatuu fi to’atu Yuuroo miiliyoona 3’n ijaarrame eebbifame
Ispees Saayinsii fi Teeknooloojii Ityoophiyaa kan…
Tarminaalli Awutoobisii ammayyaa Markaattoo har’a ni eebbifama
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) - Birrii miiliyoona dhibba 2n kan ijaarrame Tarminaalli Awutoobisii ammayyaa Markaattoo har'a ni eebbifama jedhameera.
Tarminaalichi yeroo tokkotti…
Jilli Dooktar Girmaan durfamu hojiilee misoomaa garaagaraa Aanaalee Godina Wallagga Lixaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) - Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera misooma baadiyyaa mootummaa naannoo Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu hojiilee…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf hirmaannaa hunda galeessaa cimsuun barbaachisaadha-Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin sagantaa irraa deebii ittisa COVID-19 biyyoolessaa…
Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna waadaa galuu preezdaantii Jibuutii…