Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Taaworiin to’annoo daandii qilleensaa 4 Birrii miiliyoona 100 oliin ijaarame boruu ni eebbifama
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Taaworiin to’annoo daandii qilleensaa 4 Birrii miiliyoona 100 oliin ijaaramee guyyaa boruu ni eebbifama jedhameera.
Ijaarsa kun Abbaa Taayitaa Siiviil…
Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa Proojektii Ifaa Boruun ijaarramaa turan 44 xummuramuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa proojektii Ifa Boruutiin ijaaramaa jiran keessaa ijaarsi manneen barnootaa 44 xumuramuu Sadarkaa itti aanaa…
Garee ABUT yakka jumlaa Maayikaadiraa raawwatanii Sudaanii gara Humuraa seenuuf turan 320 irratti…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Garee ABUT keessaa kanneen yakka jumlaa Maayikaadiraa raawwachuun Sudaanitti imaluun irra deebiin gara Humuraa seenuuf turanirratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Aarbaa Mincitti proojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Magaalaa Aarbaa Mincitti Hospitaalli sadarkaa jalqabaa fi bu’uuraaleen misoomaa garaagaraa eebbifamaniiru.
Magaalaa Aarbaa Mincitti…
Ministeerichi dhaabbata dhunfaa Raasaa jedhamu waliin waliigaltee Hindi carraa barnoota bilisaan…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Ministeerri Barnoota dhaabbata dhunfaa Raasaa jedhamuu waliin waliigaltee Hindi carraa barnoota bilisaan laachuuf dandeesisuu mallateesseera.
Carraa…
Maqaleetti buqqaatootaaf iddoon tursaa yeroo hojjetamaa jira – Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Magaalaa Maqaleetti buqqaatootaaf iddoon tursaa yeroo hojjetamaa jiraachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Dooktar Abrahaam…
Qulqulluu Abunee Maatiyaas Jecha labsii afaanoota garaagaraan hiikkamuun qophaa’an eebbisiisan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Qulqulluu Abunee Maatiyaas ‘Jecha labsii’ afaanoota garaagaraan hiikkamuun qophaa’an…
Dooktar Abrahaam Balaay warshaa walitti hidhamiinsa tirakteerootaa Ashagoodaatti argamuu daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Hoji raawwachisaan bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Dooktar Abrahaam Balaay warshaa walitti hidhamiinsa tirakteerootaa Ashaagoodaatti argamuu…
Chaayinaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa fi maallaqaa taasifte
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa maallaqaa taasiseera.
Deeggarsicha Ministirri Ministeera…
Mariin Gumii Balal federaalizimii fi ijaarsa biyyaarratti xiyyeeffatee gaggeeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Mariin Gumii Balal hayyoonni federaalizimii fi ijaarsa biyyaarratti xiyyeeffatee gaggeeffama jira.
Mariin kun Waajjira Preezdaantii Mootummaa Naannoo…