Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galmeen filattootaa har’a ni xummurama – Boordii Filannoo
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Galmeen filattootaa filannoo marsaa 6ffaa har’a kan xummuramu ta’uu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiise.
Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa…
Naannoo Tigraay magaaloota garagaraatti talaalliin vaayrasii koroonaa laatamuuf
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Naannoo Tigraay magaaloota garagaraatti talaalliin ittisa vaayrasii koroonaa akka laatamuu Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Yeroo naannichaa ibseera.
Biirichatti…
Dooktar Abiy Ahimad lammiileen filannoof hin galmoofne yeroo hafetti akka fayyadamaan waamicha…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad lammiileen filannoof hin galmoofne yeroo hafetti akka fayyadamaniif waamicha dhiyeessaniiru.
Dooktar Abiy…
Godina Gujiitti dhaabbiin biqiltuu eegalame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) - Godina Gujiitti Dhaabbiin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa fi Idilee Aanaa Adoolaa Reeddeetti bakka hoggantootni olaanoo godinaa fi naannoo argamanitti…
Beekkamtii boordichaan ala lakkoofsi galmee filattootaa ibsamu kamiiyyuu fudhatama hin qabu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) –Boordiin Filannoo Biyyaalessaa lakkoofsi galmee filattootaa beekkamtii boordichaan ala ibsamu kamiiyuu fudhatama kan hin qabne ta’uu…
Lixa Oromiyaatti galmeen filattootaa haala gaariin gaggeeffamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Godinaalee Lixa Oromiyaatti galmeen filattootaa haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Akka OBN gabaaseetti,adeemsi galmee…
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu aanaa Taltalleetti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamu godina Booranaa Aanaa Taltalleetti hojiile…
Preezdaant Saahilawarq hoggantoota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoggantoota biyyoota garaagaraa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Preezdaant Saahilawarq…
Dooktar Abiy Godaambaa Biilaaluul Habashii daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godaambaa Biilaaluul Habashii daawwataniiru.
Godaambaan Biilaaluul Habashiin seenaa fi Hambaa…
Bulchiinsi magaalichaa giddugala nyaataa 3ffaa hojii eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee giddugala nyaataa 3ffaa ‘Tasfaa Birihaan’ kutaa magaalaa Addis Katamaatti hojii eegalchiiseera.
Sirna hojii…