Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinichi sirni salaataa Iid Al Faxirii Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xummuramuu…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee sirni salaataa Ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan…
Ayyaanni Iid Al Faxirii godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti kabajame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti sirna hoo’aa ta’een kabajameera.
Ayyaannichi…
‘Maatii, Fira, Ollaa, hiriyaa fi kan rakkate gammachiisuun kabajuun uumaarraa eebba…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaan 1442ffaan sirna hoo’aa ta’een Istadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Kabaja ayyaanichaarratti…
Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan kabajame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan guutuu Ityoophiyaatti kabajameera.
Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan magaalaa Finfinnee fi…
Aadde Adaanach ergaa baga ayyaana Iid Al Faxirii geessanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebaa hawaasa Musiliimaa fi Ummata Ityoophiyaa maraaf ergaa baga Ayyaana Iid Al Faxirii…
Bulchiinsi magaalichaa dhaabbilee tola ooltootaaf kennaa Ayyaana Iid Al Faxirii laate
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhaabbata Deeggarsa Maanguddootaa Maqdooniyaa fi Tola Ooltummaa Baabuul Zhiyiriif Horii qalmaa ayyaana Iid Al Faxirii…
Manneen marichaa ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa dabarsaniiru.…
Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan karaan akka kabajamu qaamni hundi ga’ee isaa akka ba’u…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Ayyaana Iid Al faxirii Waggaa 1442ffaa nagaan akka kabajamuuf hawaasa Muslimaas ta’ee lammiileen biyyattii hundi shooraa isaa ba’uu…
Dooktar Abiy ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii hawaasa Musiliimaa fi…
Obbo Dammaqaan ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa…