Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiyyii fi Giiftii dureen Zinnaash Taayyaachoon maanguddootaa fi qaama miidhamtoota waliin…
Finfinnee, Eebila 24, 2013 (FBC) - Muummmeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii dureen Zinnaash Taayyaachoon ayyaana Faasikaa sabbeeffachuun maanguddootaa fi qaama miidhamtoota…
Aadde Adaanach hojii Haaromsa Dirree Almaaziyyee Qeeraa eegalchiisan
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen hojii Haaromsa Dirree Almaaziyyee Qeeraa eegalchiisaniiru.
Aadde Adaanach abbootii…
Ijaarsa Giddugala leenjii fi qulqullina barnoota olaanoof dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC) - Ijaarsa Giddugala leenjii fi mirkaneessa qulqullina barnoota olaanoof dhagaan bu'uuraa kaa'ameera.
Ijaarsa giddugalichaaf itti aantuun Kaantibaa…
Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti Qonnaan bultoota 600f kaartaan abbaa qabeenyumaa lafaa laatame
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC) - Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti Qonnaan bultoota 600f kaartaan abbaa qabeenyumaa lafaa laatameera.
Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Aadde Adaanach Abeebeen ergaa baga Ayyaana Faasikaa geessaanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Kantiibaa Itti aantuu Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Hordoftoota Amantaa Kiristaanaaf ergaa baga Ayyaana Faasikaa geessaanii dabarsan.…
Preezdaantoonni naannolee ergaa baga Ayyaanaa Faasikaa geessanii dabarsaniiru
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC) - Preezdaantiin naannoo Sidaamaa, Kibbaa fi Amaaraa ergaa baga Ayyaana Faasikaa geessanii dabarsaru.
Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa…
Manni Marichaa TPLF fi Shanee shororkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dabarse
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)-Manni Maree Ministeerota Dhaabbilee Adda bilisa baasaa Ummata Tigraay TPLF fi Shanee shororkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dabarseera.
Manni…
Preezdaant Aganyaaw Tashaagar muudamaa adda addaa laatan
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Aganyaaw Tashaagar muudamaa adda addaa laataniiru.
Bu’uruma kanaan:-
1. Obbo Saammaa Xurunaah sadarkaa itti…
Ayyaana Faasikaa sababbeeffachuun har’a halkan sa’aatii 9tti madfiin ni dhukaafama
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Ayyaana Faasikaa sababbeeffachuun har’a halkan sa’aatii 9tti madfiin akka dhukaafamuu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksiseera.
Jala bultii ayyaana…
Kutaa magaalaa Lidataatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun harka qalleeyyif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaan magaalaa Lidataa aanaa 8 fi 9tti ayyaana faasikaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi taasifameera.…