Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaddar Mallas Alam Ministira Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Riichel Omaamoon waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Keeniyaatti ergamaan addaa fi AmbaasaddarriFDRI Mallas Alam Ministira Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Riichel Omaamoon waliin mari’ataniiru.
Ambaasaddar…
Aadde Loomii Badhoon Hordoftoota Amantaa Kiristaanaaf erga baga ayyaana Faasikaa geessaanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo Hordoftoota Amantaa Kiristaanaaf erga baga ayyaana Faasikaa geessaanii dabarsaniiru.
Guutuun ergicha akka…
Dooktar Abiy Ahimad Hordooftoota Amantaa Kiristaanaatiif erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Hordooftoota Amantaa Kiristaanaatiif erga baga geessanii dabarsaniiru.…
Preezdaant Shimalliis Abdiisaan hordoftoota amantaa Kiristaanaatiin baga ayyaana Faasikaa geessan…
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan hordoftoota amantaa Kiristaanaatiin baga ayyaana Faasikaa geessan jedhaniiru.
Guutuun…
Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon ayyaana Faasikaa sababeeffachuun qaroo dhabeeyyii 100 waliin…
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon ayyaana Faasikaa sababeeffachuun qaroo dhabeeyyii 100 waliin maaddi qooddataniiru.
Waajjirri Giiftii…
Ministeerri Raayyaa Ittisaa lammiilee Axaayyee fi Naannawaa isheerraa buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa lammiilee Axaayyee fi Naannawaa isheerraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasiise.
Ministirri…
Rakkoon biyya keenyaa walxaxaa fi walitti hidhataadha – Koree Maakroo Diinagdee Biyyaalessaa
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) - Rakkoon Ityoophiyaa walxaxaa fi Siyaasni diinagdee waliin, Dippiloomaasiin dhimmoota Hawaasummaa waliin walitti hidhamiinsa cimaa qabaachuu Koreen…
Ayyaanni Faasikaa wayita kabajamu lammiilee sababoota garaagaraan rakkoof saaxilaman gargaaruun…
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) - Ayyaanni Faasikaa wayita kabajamu lammiilee sababoota garaagaraan rakkoof saaxilaman gargaaruun barbaachisaa ta’uu hoggantoonni amantaa ibsan.…
Ayyaanni Fannoo guutuu Ityoophiyaatti kabajame
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) - Ayyaanni Fannoo hordoftoota amantaa Kiristiyaanaan guutuu Ityoophiyaatti sirnoota garaagaraa kabajamuu ibsame.
Ayyaannichi Hordoftoota…
Ambaasaaddar Nabiil itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) - Sudaan Kibbaatti ergamaan addaa Ambaasaaddar Nabiil Maahindiin itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa fi walitti qabaa kilaastera misoomaa…