Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan walabummaa preesii addunyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Guyyaan walabummaa preesii addunyaa mata duree ''odeeffannoo faayidaa hawaasaaf'' jedhuun kabajamaa jira.
Kabaja guyyaa walabummaa preesii addunyaa…
Preezdaant Faarmaajoon hariiroo Ityoophiyaa fi Soomaaliyaa cimsuuf akka hojjetan ibsan
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Soomaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdulfattaa Abdullaayii xalayaa muudamaa isaanii preezdaantii Soomaaliyaa Mahaammad Faarmaajoof dhiyeessaniiru.…
Barattoonni haaraan Yuunvarsiitti ramadaman guyyaa har’aarra kaasee komii qaban dhiyeeffachuu…
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) –Barattoonni haaraan Yuunvarsiitti ramadaman guyyaa har'aarra kaasee komii qaban dhiyeeffachuu akka danda'an Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota…
Ayyaanni Faasikaa nagaan kabajamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Ayyaanni Faasikaa nagaan kabajamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Tumsa hawaasaa fi qaamoleen nageenyaa itti gaafatamummaa isaanii…
Loltoota Ityoophiyaa nageenyaa fi tasgabbii Somaaliyaaf shoora bahaaniif badhaasni meedaaliyaa…
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Somaaliyaatti humna nageenyaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa jalatti kan argaman loltoota Ityoophiyaa nageenyaa fi tasgabbii Somaaliyaaf shoora bahaaniif…
Dhaabbileen Afrikaa Kibbaa Ityoophiyaatti dameewwan garaagaraarratti bobba’uuf daawwannaa taasisaan
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Dhaabbileen Afrikaa Kibbaa Ityoophiyaatti dameewwan garagaraarratti bobba’uuf daawwannaa taasisaaniiru.
Afrikaa kibbaatti jilli Hoggantoota olaanoo…
‘Ityoophiyaa nagaadhaan dhaloota itti aanutti ceesisuuf tokkummaan uummattoota cimu qaba’- lij…
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Waldaan Gootota Ityoophiyaa durii guyyaa injifannoo Gootota Ityoophiyaa Waggaa 80ffaan Ebla 27, 2013 Magaalaa Finfinnee Siidaa Yaadannoo Goototaatti akka…
Ityoophiyaa damee tuurizimiin filatamtuu taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa damee tuurizimiin filatamtuu taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Tuurizimiin Ityoophiyaa beeksise.
Daayriktarri Olaanaan Tuuriizimii Ityoophiyaa…
Yuunvaarsiitiin Finfinnee Afrikaarratti sadarkaa 10ffaa argate
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) -Ityoophiyaatti Yuunvarsiitiin jalqabaa fi isa duraa kan ta’e Yuunvarsiitiin Finfinnee Afrikaarraa sadarkaa 10ffaa argate jedhame.
Sadarkaa ‘US News…
Magaalaa Dirree Dawaatti Rooba cimaa roobeen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Eebila 24, 2013 (FBC) - Magaalaa Dirree Dawaatti ganama har'aa naannoo Shamantariiyaa jedhamutti Rooba cimaa roobeen lubbuun namoota 9 darbeera.
Dallaan dhaabbata tokkoo…