Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni kadhannaa guyyaa Kamisaa fi Ifxiriin Ramadaanaa waloon gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Qopheessummaa bulchiinsa magaalaa Finfinneen Sirni kadhannaa guyyaa Kamisaa fi Ifxiriin Ramadaanaa waloon gaggeeffameera.
Sirni kadhaanna…
Aadde Adaanach hordoftoota amantaa Islaamaa waliin sagantaa Afxiraa qooddatan
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hoggantootaa fi hordoftoota amantaa Islaamaa waliin sagantaa Afxiraa qooddataniiru.…
Dhaabbilee daldalaa Dhadhaa, Dammaa fi Barbaree wantoota fayyaa namaaf farra ta’an waliin…
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) - Dhaabbilee daldalaa Dhadhaa, Dammaa fi Barbaree wantoota fayyaa namaaf farra ta'an waliin makuun gabaaf dhiyeessuun shakkaman 26 irratti tarkaanfiin…
Ayyaana Faasikaaf raabsaan bishaanii fooyya’aan akka jiraatuuf dabalataan bishaanni meetir Kiyuubiin…
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun raabsaan bishaanii fooyya’aan akka jiraatuuf dabalataan bishaanni meetir Kiyuubiin kumni 10 akka maddisifamuu Abbaan…
Naannoo Amaaraatti sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 705f dhiifamni taasifame
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 705f dhiifamni taasifameera.
Abbaan Alangaa waliigalaa naannichaa…
Ambaasaaddaroota Eeshiiyaa teessoo isaanii Finfinnee taasisaniif dhimmoota waqtaawoorratti ibsi…
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen
Ambaasaaddaroota Eeshiiyaa teessoo isaanii Finfinnee taasisaniif dhimmoota…
Jiraattoota Axaayyee fi naannawaa isheef deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 44tti…
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumurukaa Jiraattoota Axaayyee fi naannawaa isheef deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 44tti…
Naannoo Tigraayiif qorichoonnii fi meeshaalee yaala adda addaa Birriin miiliyoonni dhibbi 3 ol…
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayiif qorichoonnii fi meeshaalee yaala adda addaa Birriin miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 71 baasii itti ta’ee dhiyaachuu Eejansii…
Naannoon Kibbaa sirreeffamtoota seeraa 970 dhiifama taasise
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Naannoo Saba fi Sablammoota Kibbaa ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 970f dhiifamaa fi hidhaa waggaa 10 hir’iseera.
Itti aanaa…
Komishiniin poolisii federaalaa ayyaanichi haala ho’aan akka kabajamuuf qophii taasisuu beeksise
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Guutuu biyyattitti hawaasni ayyaana Faasikaa rakkoo nageenyaa tokko malee haala ho’aa ta’een akka kabajuuf qophii ga’aa taasisuu Komiishiniin Poolisii…