Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan misooma Seeft neetii lammiilee biyyattii miiliyoona 5 fayyadamoo taasiisu marsaa 5ffaan…
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Sagantaan misooma Seeft neetii lammiilee biyyattii miiliyoona 5 fayyadamoo taasiisu marsaa 5ffaan eegalamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Ministir…
Naannoo Tigraayiitti tola ooltoonni lammiilee rakkoof saaxilaman gargaaran eebbifaman
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraayitti dargaggoonni tola ooltummaan kutaalee hawaasaa garaagaraa rakkoof saaxilaman gargaaran kumni 1 fi 100 eebbifamaniiru.
Bulchiinsi…
Poolisiin Federaalaa hooggantoota kora bittinneesaa fi leenjitoota Farra Fanjii 600 eebbisise
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC)- Poolisiin Federaalaa hooggantoota kora bittinneesaa fi leenjitoota Farra Fanjii 600 eebbisiseera.
Poolisiin Federaalaa wiirtuu leenjii Awaash 7tti…
Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa mirga bilisummaa misoomaa Ityoophiyaati-Dr Injinaar Silashii
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC)- Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa mirga bilisummaa misoomaa Ityoophiyaa ta’uu Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinaar Silashii…
Baatiwwan sagalitt lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf…
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC)- Baatiwwan salgan darbanitti lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa Lixa Ameerikaa jiraatan ijaarsa hidha haaromsa guddichaaf deeggarsa Doolaara…
Oromiyaatti bara 2014tti oomisha kuntaala miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 98 ol walitti qabuuf…
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2014tti oomisha kuntaala miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 98 ol walitti qabuuf karoorsuu Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa…
Filannoon baranaa gaaffilee ummataa daandirraa gara Paarlaamaatti kan fudhatuudha – Waajjira…
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Waajjirri Muummeen Ministiraa filannoo marsaa 6ffaa ilaalchisee ibsa laateera.
Filannoon baranaa gaaffilee ummataa daandirraa gara Paarlaamaatti kan…
Kabaja Ayyaana Sabaa fi Sablammootaa 16ffaa ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Qopheessummaa magaalaa Dirree Dawaan kan gaggeeffamu kabaja Ayyaanna Sabaa fi Sablammootaa 16ffaa ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Ambaasaaddar Leencoo Baatiin Ministeera Alaa Saa’ud Arabiyaatti Ministirri Deettaa dhimmoota…
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Saa'ud Arabiyaatti ergamaan addaa fi Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Leencoo Baatiin Ministeera dhimma Alaa Saa'ud Arabiyaatti Ministirri Deettaa dhimmoota…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,663 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,663 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…