Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Seenaan Ityoophiyaa Seenaa sabaa fi sablammoota Ityoophiyaa hundaati – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Seenaan Ityoophiyaa seenaa Sabaa fi sablamoota Ityoophiyaa hundaa ta'uu isaan eenyuummaa fi seenaa sabaa fi sablamoota hundaa cimsuu fi beeksisuun…
Kitaabni OROMOO FI FINFINNEE jedhu kan Darajjee Bahaaruu Margaatiin barreeffame har’a…
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) – Kitaabni OROMOO FI FINFINNEE jedhu kan Darajjee Bahaaruu Margaatiin barreeffame guyyaa har'a eebbifameera.
Kitaabni kun seenaa Oromoo, Sirna…
Galmee waldaalee mana jireenyaan mana kan barbaadaan kumni 12 fi 609 galmaa’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) – Guyyoota 25f gaggeeffamaa kan ture galmeen waldaalee mana jireenyaan mana kan barbaadaan kumni 12 fi 609 galmaa’uu Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma…
Ambaasaaddar Nabiil Maahaad Ministira Raayyaa Ittisa Biyya Sudaan Kibbaa waliin mari’ate
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Nabiil Maahaad Ministira Raayyaa Ittisa Biyya Sudaan Kibbaa Anjaliinaa Teeniiy dhimmoota naannoo fi hariiroo biyyoota lamaanii irratti…
Kitaabnii eenyummaa seenaa Oromoo irratti xiyyeeffatuu Barreessaa Taaboor Waamiin barraa’e eebbifame
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) – Kitaabnii eenyummaa seenaa Oromoo irratti xiyyeeffatuu Barreessaa Taaboor Waamiin barraa'e eebbifameera.
Akka gabaasa OBNtti sirna eebba…
Ijaarsi Hidha Haaromsaa erga dhagaan bu’uuraa kaa’ame waggaa 10ffaa Israa’eelitti Kabajame
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) – Ijaarsi Hidha Haaromsaa erga dhagaan bu’uuraa kaa’ame waggaa 10ffaa Israa’eelitti Kabajamuu Imbaasiin Ityoophiyaa Israa’eelitti argamuu beeksise.…
Boordichi Finfinneetti buufataalee filannoo 32 dabalataan bane
Boordichi Finfinneetti buufataalee filannoo 32 dabalataan bane
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) – Boordiin filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaan Finfinneetti buufataalee filannoo 32…
Waltajjiin marii naannoolee Kibbaa fi Baha Ityoophiyaa preezdaantoonni naannoolee irratti hirmaataan…
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) – Qopheessummaa mana maree federeeshinni Waltajjiin marii naannoolee Kibbaa fi Baha Ityoophiyaa preezdaantoonni naannoolee irratti hirmaataan Finfinneetti…
Abbaan taayitichaa Piroojaktoota daandii 36 fi riqaalee 79 hojjechuuf karoorfate
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Abbaan Taayitaa Daandiiwanii Oromiyaa piroojaktoota daandii 36 fi riqaalee 79 hojjechuuf karoorfateera.
Piroojaktichi Birrii biliyoona 3.6n…
Mana Maree Nageenyaa Biyyaalessaa dhimmoota waqtawaa, biyyaa, naannoo, nageenyaa fi tasgabbii…
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) -Mana Maree Nageenyaa Biyyaalessaa dhimmoota waqtawaa, biyyaa, naannoo, nageenyaa fi tasgabbii irratti ibsa laateera.
Waggoota sadi dura gara…