Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaan daawwachiftoota Oromiyaa hundaa’e
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Waldaan daawwachiftoota Tuurizimii Oromiyaa hundaa'uu ibsame.
Sagantichi magaalaa Bishooftuu Hoteela Yaatuu Internashinalitti kan qopha'ee yoo ta 'uu,…
Hinditti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 46 ol vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Hinditti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 46 fi 786 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Kunis erga weerarri vaayrasii koroonaa addunyaa…
Inistiityuutiin Eeggumsa Fayyaa Beeyladaa Biyyaalesaa Warshaa Qoricha Beelladaa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Inistiityuutiin Eeggumsa Fayyaa Beeyladaa Biyyaalesaa Warshaa Qoricha Beelladaa Birrii miiliyoona dhibba 1 oliin Magaalaa Bishooftuutti ijaarsise…
Yeroon galmee filattootaa torbee lamaaf dheerachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) -Yeroon galmee filattootaa torbee lamaaf dheerachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiise.
Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa galmee filattootaa…
Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamuu godina Shawaa Lixaatti oomisha qamadii jallisiin…
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Jilli preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu godina Shawaa Lixaa aanaa Dandii ganda Qonnaan Bulaa Jawwee Buriiti qamadii…
Preezdaant Shimalliis Abdiisaa Magaalaa Gincitti argamuun kaardii filannoo fudhatan
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaan Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii Magaalaa Gincitti argamuun Kaardii filannoo…
Sagantaan cufiinsa kadhannaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Qindeessummaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaan torbee tokkoof gaggeeffamee kan ture sagantaan kadhannaa biyyaalessaa cufamaa jira.…
Ityoophiyaannoonni 297 Saa’ud Arabiyaarra gara biyya deebi’an
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 297 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aan daayreektara Jeneraa dhimmoota Qoonsilaa…
Magaalaa Finfinneetti Gamoon jijjiguun lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Qirqoos iddoo Kaasaanchis jedhamutti Gamoon ijaarramaa ture jijjiguun lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.
Kutaa…
Fooramiin Biyyoolessaa mata duree ‘Qorannoo Aadaa Gujii’ jedhuu Yuunvarsiitii Bulee Horaatti…
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Fooramiin Biyyoolessaa mata duree ‘Qorannoo Aadaa Gujii’ jedhuu Yuunvarsiitii Bulee Horaatti gaggeeffameera.
Fooramicha irratti waraqaaleen qorannoon 20…