Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jeneraal Birihaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Isiraa’eel waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Iitaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Isiraa’eel Allelinyi Admaasuu waliin…
Yaa’iin biyyoolessaa mata duree ”jaarsa indaastirii konistiraakshiini bu’a qabeessaa…
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)-Misoomni Magaalaa fi Konstiraakshinii ''yaa’ii biyyoolessaa mata duree jaarsa indaastirii konistiraakshiini bu’a qabeessaa badhaadhinaa Ityoophiyaaf''…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lafa Hektaara 138 misoomsitootaaf dabarse
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lafa Hektaara 138 misoomsitootaaf dabarsuu beeksiise.
Bulchiinsi magaalichaa fedhii lafaa daraan dabalaa dhufeef…
Ityoophiyaan yaa’ii Afrikaa Raashiyaa keessummeessuuf fedhii qabdu ibsite
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)-Ityoophiyaan bara Faranjootaa 2022 kan gaggeeffamuu yaa’ii Afrikaa Raashiyaa 2ffaa keessummeessuuf fedhii qabdu ibsiteetti.
Itti aanaan Muummee…
Yaalii gareen ABUT biyyaa ba’uuf taasisaan Raayyaa Ittisa Biyyaatin fashalaa’eera-L/J Baacaa Dabalee
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Gareen ABUT hedduun isaanii gara alaatti ba’uuf wayita yaalaan barbadaa’uu fi muraasni ammoo holqa turanitti deebi’uu Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti…
Hoteeloota ulaagaalee of eeggannoo ittisa dhibee koroonaa guutaniif beekkamtiin laatame
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti Hoteeloota ulaagaalee of eeggannoo ittisa dhibee koroonaa guutaniif beekkamtii fi waraqaan ragaa laatamuu Ministeerri Aadaa fi…
Fooramiin fayyadamummaa itti fufiinsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaarratti xiyyeeffatee…
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Fooramiin fayyadamummaa itti fufiinsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaarratti xiyyeeffatee dhaabbilee barnoota olaanoon Yuunvarsiitii Asoosaatti…
Aanaa Dooraniitti Proojektoonni baajata mootummaa Birri miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 90 oliin…
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Dooraniitti proojektoonni adda addaa birrii miiliyoona dhibba1 fi miiliyoona 90 oliin hojjetamaan tajaajilaaf…
Manni marichaa birmadummaa, bilisummaa siyaasaa fi tokkummaa biyyaalessa Ityoophiyaa kan kabaju…
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii birmadummaa, bilisummaa siyaasaa fi tokkummaa biyyaalessa Ityoophiyaa kan kabaju ta’uu…
Aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Saa’ud Arabiyaa Saamii Jaamiil Abdullaahi waliin dhimmoota lammiilee…