Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Nageenyaa Komishinii mirga namoomaa Ityoophiyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa Komishinii mirga namoomaa Ityoophiyaa waliin qabiinsa mirga namoomaarratti mari’ateera.
Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde…
Bulchiinsi magaalichaa kaffaltoota gibiraa gibira seeraan kaffalaniif beekkamtii laate
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kaffaltoota gibiraa gibira isaanirra eeggamu seeraan kaffalan 178f beekkamtii laateera.
Kaffaltoonni Gibiraa taaksii fi…
Hanqina oksijiiniin wal’aannamtoota gargaaruuf rakkachaan jira- Hoospitaala Qiddus Phaawuloos
Finfinnee, Eebla 14, 2013 (FBC)- koolleejjiin Meedikaalaa Mileeniyamii Hoospitaala Qiddus Phaawuloos hanqina oksijiiniin wal’aannamtoota gargaaruuf rakkachaa jiraachu beeksise.…
Filannoon bara kanaa Ityoophiyaaf boqonnaa haaraadha- obbo Dastaa Leedaamoo
Finfinnee, Eebla 14, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Sidamaa obbo Dastaa Leedaamoo filannoon bara kanaa Ityoophiyaaf boqonnaa haaraadha jechuun ibsan.…
Baankichi qorannoo baankii idil addunyaa isaa taasisuu dandeessisuu eegale
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa qorannoo baankii idil addunyaa isaa taasisuu dandeessisuu eegalu ibsameera.
Kaappitaalli kuufamasaa Birrii biiliyoona 700…
Ministeerri Fayyaa fi Komishiniin carraa hojii uumuu waliin hojjechuuf sanada waliigaltee…
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi Komishiniin Carraa Hojii Uumuu waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigaltichi ogeeyyii fayyaa…
Korri qorannoo fi qo’annoo biyyooleessaa 11ffaan Yuunvarsiitii Jimmaatti gaggeeffama jira
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) – Korri qorannoo fi qo'annoo biyyooleessaa 11ffaan Yuunvarsiitii Jimmaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Korichi mata duree ‘beekumsii duudhaaa…
Yeroo ayyaanoota hanqinni oomishaalee akka hin muudanneef kan hojjeetuu koreen…
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC)- Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee ayyaanoota dhufaanitti hanqinni oomishaalee akka hin muudanneef koreen hundaa'ee hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…
Ityoophiyaatti karaan aangootti dhufuun danda’amu filannoo qofaani – Dooktar Abiy
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti karaan aangootti dhufuun danda'amu filannoo diimookiraatawaa fi nagaa qabeessa ta’e gaggeessuu qofaan ta’uu Muummeen Ministiraa…
Ambaasaaddar Alam Tsahaay Masarat Ministiri Deettaa Ministeera Dhimma Alaa Yuugaandaa waliin…
Finfinnee, Eebla 14, 2013 (FBC)- Yuugaandaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Alam Tsahaay Masarat Ministiri Deettaa Ministeera Dhimma Alaa Yuugaandaa Ooriyaam Okaaloo waliin…