Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoo-Telekoom maallaqa erga gababa 8100n walitti qabe Humna Elektirikaa Ityoophiyaaf laate
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC)- Ityoo-Telekoom maallaqa erga gababa 8100 ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaaf waliitti qabe Humna Elektirikaa Ityoophiyaaf laateera.
Dhaabbatichi Birrii…
Ambaasaaddar Alamaayyoo Taganuu abbootiin qabeenyaa Raashiyaa haala itti Ityoophiyaatti hojjechuu…
Finfinnee, Eebla 14, 2013 (FBC)- Raashiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Alamaayyoo Taganuu abbootiin qabeenyaa Raashiyaa waliin haala itti Ityoophiyaatti hojjechuu…
Adeemsa kakaasii filannoo miidiyaalee fayyadamuun paartileen siyaasaa hanga ammaatti…
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) – Adeemsa kakaasii filannoo miidiyaalee fayyadamuun paartileen siyaasaa hanga ammaatti gaggeessanirratti mari’atameera.
Abbaan Taayitaa…
Jilli Dooktar Girma Amanteen durfamuu hojiiwwan misooma qonnaa aanaalee Godina Wallagga bahaa…
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaaster misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen hojiiwwan misooma qonnaa aanaalee Godina…
Torbeen aartii sadarkaa magaalaa Finfinneetti boruu ni eegala
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC)- Festivaallii torbee aartii 12ffaan sadarkaa magaalaa Finfinneetti boruu ni eegala.
Feestivaalichi mata duree ‘aartii nageenyaa fi tokkummaa’ jedhuun…
Ameerikaan deeggarsa namoomaa Ityoophiyaaf taasiiftu cimsitee itti fufti – Ambaasaaddar Giitaa…
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Ameerikaan deeggarsa namoomaa Ityoophiyaaf taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta'uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Ambaasaaddar Giitaa Paasii…
Namoonni dhuunfan yakka ajjeechaa fi saamichaa cimaan shakkaman to’annoo jala oolaan
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfan yakka ajjeechaa fi saamichaa cimaa raawwachuun shakkaman 70 fi yakka saamichaa raawwachuurratti argaman 34 to'annoo…
Sudaan Kibbaa fi Aljeeriyaan tumsa Siyaasaa Ityoophiyaa waliin qaban caalmaatt cimsuuf fedhii…
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Tumsi Siyaasaa Ityoophiyaa fi Aljeeriyaa haaluma duraan cimee kan itti fufu ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasee…
Koreen Dhaabbii dhimma Misooma Baadiyaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii manneen hojii sagalii…
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Baadiyaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii kurmaana 3ffaa manneen hojii sagalii gamaaggamuu ibsame.
Korichi gabaasa…
Lammiileen Ityoophiyaa 295 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 295 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aan…