Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sosochiin galii walitti qabuu Hidha Haaromsaa magaalaa Finfinneetti eegalame
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Sosochiin galii walitti qabuu Hidha Haaromsaa magaalaa Finfinneetti eegalameera.
‘Hidhaan Haaromsaa mallattoo tokkummaa fi birmadummaa…
Naannooleen Kibbaa fi Sidaamaa filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamu demokiraasii fi nagaan akka…
Finfinnee, Eebla 13, 2013 (FBC)- Naannooleen Kibbaa fi Sidaamaa filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamu demokiraasii fi nagaan akka xumuramuuf hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Itti Aanaa…
Sudaan loltoota Ityoophiyaa 61 erga uggurtee gadi lakkifte jechuun odeeffannoon tibbana tatamsa’aa…
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Waldhabdee daangaa Ityoo – Sudaan ilaalchisee Ityoophiyaan karaa nagaan furmaata akka argatu dursa laachuun hojjechaa jiraachuu Dubbii Himaan…
Manni marichaa riifoormii dhaabbatummaa gaggeessaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii ergama heera mootummaa ga’umsaan ba’uuf jijjiirrama dhaabbatummaa gaggeessaa jiraachuu beeksiseera.
Riifoormii…
Waldhabdee fi harkifachuu marii Hidha Haaromsaarratti walga’iin akka waamamu Ityoophiyaan yaada…
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Waldhabdee fi harkifachuu marii Hidha Haaromsaarratti walga’iin akka waamamu Ityoophiyaan Gamtaa Afrikaatti Biiroo Yaa’ii Hoggantootaaf yaada…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu proojektoota misoomaa magaalaa Naqamtee daawwataa jira
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaaster misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu proojektoota misoomaa…
Ityoophiyaatti sa’aatii 24 darbetti lubbuun namoota 47 vaayrasii koroonaan darbe
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,524 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 47 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Oomishaaf xaa’oon biyyoo kuntaalli miilyoonni 9.4 gara biyyaa galee
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)- Oomishaaf xaa’oon biyyoo kuntaalli miilyoonni 9.4 gara biyyaa galuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Mootummaan omishtummaa qonnaa deeggaruuf…
Affaaritti boodatti hafee kan eegalee galmeen filattootaa buufataalee kuma 1 fi 432tti gaggeeffama…
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)-Naannoo Affaaritti filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaaf galmeen filattootaa buufataalee kuma 1 fi 432tti gaggeeffamaa jiraachuu Boordii Filannoo…
Boordichi galmee filannoo barattootta dhaabbilee barnoota olaanoo guyyoottan 15 dhufanitti…
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo guyyoottan 15 dhufan keessaatti filannoof intarneetiidhaan galmaa’uu akka…