Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imbaasichi FBC waliin dhimmoota adda addarratti ni hojjeta-Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’eel
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Isaraa’eel Alaaliny Adimaasuu Faanaa Broodkaastiing Koorporeet daawwataniiru.
Daawwannichaan hoji raawwachiisaa olaanaa…
Itti aanaan Masjiidaa guddichaa Anwaar Sheek Imaam Huseen Alii du’aan boqotan
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)- Itti aanaan Masjiidaa guddichaa Anwaar Sheek Imaam Huseen Alii dhibee onnee tasaatin addunyaa kanarra du’aan boqotaniiru.
Sirni awwalchaa isaaniis boruu…
Nageenya indaastirii eeguuf itti gaafatamummaan kan qaamolee hundaati-Aadde Jaamilaa Simbiruu
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)-Nageenya indastirii eeguuf itti gaafatamuumaan kan qaamolee hunda ta'uu Hooggantuun Biiroo Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa aadde Jaamilaa Simbiruun…
Jilli Dooktar Tolaa Bariisoon durfamuu godina Harargee bahaatti proojektiiwwan garagaraa daawwate
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)- Jilli Hoogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon durfamuu godina Harargee bahaatti proojektiiwwan barnootaa garagaraa daawwateera.…
Obbo Dammaqaan Gamtaa Awurooppaatti Komishinii bulchiinsa balaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Gamtaa Awurooppaatti Komishinara…
Agarsiifni dorgommii qorannoo fi qo’annoo gochaa, kalaqaa fi teeknooloojii biyyaalessaa eegale
Finfinnee, Eebla 12, 2013 (FBC)- Agarsiifni dorgommii qorannoo fi qo’annoo gochaa, kalaqaa fi teeknooloojii biyyaalessaa 2ffaan eegaleera.
Wayita ammaa Ityoophiyaatti dhaabbileen…
Appilikeeshiniin kaffaltii adabbii tiraafikaa karaa bilbila sochootuun raawwatamuun danda’amu ifoome
Finfinnee, Eebla 12, 2013 (FBC)- Ejansiin Hooggansa Tiraafikaa Finfinnee Appilikeeshiniin kaffaltii adabbii tiraafikaa karaa bilbila sochootuun raawwatamuun danda’amu ifoomse.…
Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 2ffaa marsaa 5ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 5ffaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi guyyoota lamaaf…
Magaalaan Gilgal Balasii fi naannooshee gara sochii nagaatti deebi’aa jiraachuu jiraattoonni…
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)- Godina Matakkal Magaalaan Gilgil Balasii fi naannooshee gara sochii nagaatti deebi’aa jiraachuu jiraattoonni nnaannichaa ibsaniiru.
Jiraattoonni…
Boordichi magaalaa Finfinnee naannoo Oromiyaatti buufataalee xiqqaa filannoo 28 banuu beeksiise
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi naannoo Oromiyaatti buufatalee tokko tokkorraatti nammoonni komni 1 fi 500 galmaa'uu…