Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan Sudaanii fi Gibtsi dhimma Hidha Haaromsaarratti marii sadee Gamtaa Afrikaan durfamuu…
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan Sudaanii fi Gibtsi dhimma Hidha Haaromsaarratti marii sadee Gamtaa Afrikaan durfamuu akka kabajan waamicha dhiyeessiteerti.
Itti aanaan…
Paartiin Badhaadhinaa tajjabdoota filannoo idil addunyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa torbee muraasa booda gaggeeffamu ilaalchisee tajjabdoota filannoo idil addunyaa waliin…
Namoonni dhuunfaan Rasaasa Kilaash Koovii kuma 6 fi 74 seeraan ala imalchiisaa turan too’ataman
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabbootti namoonni dhuunfaan lama Rasaasa Kilaash Koovii kuma 6 fi 74 seeraan ala Gaalaan imalchiisaa…
Dhalattoonni Ityoophiyaa fi Ityoophiyaannoonni Mineesootaa fi giddugala lixaa jiraatan Hidha…
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Dhalattoonni Ityoophiyaa fi Ityoophiyaannoonni Mineesootaa fi giddugala lixaa jiraatan ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaaf deeggarsa doolaara…
Ministeerri Nageenyaa tumsa piroojaktoota misoomaa naannoo horsiisee bultootaaf kan oolu motar…
Finfinnee, Eebla 11, 2013 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa tumsa piroojaktoota misoomaa naannoo horsiisee bultootaaf kan oolu motar saaykilii 200 deeggarsa taasiseera.
Deeggarsichi…
Hojiin olaantummaa seeraa mirkaneessuu cimee itti fufa – Ministeera Nageenyaa
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Kutaalee biyyattii garaagaraatti rakkoo nageenyaa muudataa jiruun lubbuun lammiilee nagaa wareegamaa jiraachuu Ministeerri Nageenyaa beeksiseera.…
Aanaa Ejereetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejereetti balaa tiraafikaa qaqqabeen abbaa fi ilma dabalatee lubbuu namoota 3 darbeera.
Balaa qaqqabeen kanneen lubbuun darbe…
Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 53.7 taasise
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaatti lammiilee tumsa barbaadaaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 53.7 taasiseera.
Gamtaan Awrooppaa naannoo Tigraayitti…
Lammiileen Ityoophiyaa 339 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 339 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil…
Injiinar Taakkalaa Uumaa Baankii Addunyaatti Daayreektar Afrikaa Bahaa fi Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 11, 2013 (FBC)- Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa Baankii Addunyaatti Daayreektar Afrikaa Bahaa fi Kibbaa Usmaan Diyoon waliin mari’atan.…