Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Tigraay deebisanii ijaaruuf hirmaannaan dhalattootta naannichaa murteessaadha- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Tigraayiin deebisanii ijaaruuf hirmaannaan dhalattootta naannichaa fi qaamolee adda addaa murteessadha…
Yuunvarsiitiin Amboo meeshaalee garagaraa Yuunvarsiitii Booranaaf gumaache
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Amboo deeggarsa meeshaalee barnootaa, kitaabilee adda addaa, meeshaalee mana nyaataa barattootaa fi komputeroota Yuunvarsiitii Booranaaf…
Magaalaa Gilgal Balasitti namni rasaasa 450 ol shiftaadhaaf kennaa ture to’atame
Finfinnee, Eebla 11, 2013 (FBC)-Naannoo Beenishaanguul Gumuuz Magaalaa Gilgal Balasitti namni rasaasa kilaashii fi bireenii 450 ol shiftaadhaaf kennaa ture to’atameera.
Namni kun…
Magaalaa Sabbataatti Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun deeggarsi harka qalleeyyiif taasifame
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun deeggarsi meeshaalee nyaata harka qalleeyyiif taasifameera.
Abbaan Qabeenya Hajii…
Hindi Ityoophiyaa Godina Hadiyyaattii hojiiwwan misoomaa hojjetaman ni deeggarti – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Eebla 11, 2013 (FBC)- Hindi Ityoophiyaa Godina Hadiyyaattii hojiiwwan misoomaa hojjetaman akka deeggartu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Hindii Ambaasaaddar Roobarti…
Aadde Adaanach hojiilee misooma Hawaasaa Hospitaalli Waliigalaa Siilk Rood hojjechaa jiru…
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee hojiilee misooma Hawaasaa Hospitaalli Waliigalaa Siilk Rood hawaasa naannoof…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 67 olitti tilmaamamu to’annaa jala oole
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 67 fi kumni dhibbi 1 fi kumni 95tti tilmaamamu to’annaa jala oolu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Qaamolee iddoolee garaagarraatti ummatta nagaa waliitti buusuuf shira xaxaa jiranirratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Eebila 10, 2013 (FBC) - Qaamolee iddoolee garaagarraatti ummatta nagaa walitti buusuuf shira xaxaa jiranirratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyaa…
Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Liddataatti Boombii dhoheen lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Eebila 10, 2013 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Liddataatti Boombii dhoheen lubbuun namoota 2 darbuu Komishiniin Poolisii magaalichaa beeksiise.
Guyyaa…
Waldaan Misooma Walaayittaa Finfinneetti giddugala aadaa ijaaruufi
Finfinnee, Eebla 10, 2013 (FBC)- Waldaan Misooma Walaayittaa Finfinneetti giddugala aadaa ijaaruuf bulchiinsa magaalichaa irraa lafti kennameefi.
Waldaan Misoomaa Walaayittaa…