Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Indaastriiwwan annisaa magariisaa fayyadamuun faalama qilleensaa hir’isuu keessatti gahee…
Finfinnee, Eebla 10, 2013 (FBC)- Af-yaa'iin Mana Maree Fedeereshinii obbo Ahimad Faaraah indaastriiwwan annisaa magariisaa fayyadamuun faalama qilleensaa hir'isuu keessatti gahee isaanii…
Godinaa Matakkalitti yeroo ammaa kan sochiin nageenyaa tasgabaa’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebla 10, 2013 (FBC)- Godinaa Matakkalitti yeroo ammaa kan sochiin nageenyaa tasgabaa’aa jiraachuu ibsameera.
Godinaa Matakkalitti yeroo ammaa kan sochiin nageenyaa…
Ityoophiyaan Laga Abbayyaa Misooma isheef yoo oolchitu,biyyoota yaa’a gara gadii jiranirratti…
Finfinnee, Eebla 10, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan Laga Abbayyaa Misooma isheef yoo oolchitu,biyyoota yaa’a gara gadii jiranirratti miidhaa kamiyyuu akka…
Boqonnaa qabsoo Oromoo fi tarkaanfii jijjiirramarratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 10, 2013 (FBC) - Boqonnaa qabsoo Oromoo fi Tarkaanfii jijjiirramarratti Waajjirri Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa waltajjii marii idilee gaggeessaa jira.…
Godina Qellem Wallagaatti milishoonni 756 eebbifaman
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti milishoonni 756 eebbifamaniiru.
Rakkoolee nageenyaa fi alseerummaa godinicha keessatti mul'atu maqsuuf milishoota 1917…
Waldhabdeewwan mariin akka hiikamaniif hojiileen eegalaman milkaa’ina argamsiisaa jiru – aadde…
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) –Dhimmoota gara garaa irratti waldhabdeewwan uumaaman karaa ammayyummaan mariin akka hiikamaniif hojiileen eegalaman milkaa’ina argamsiisaa kan jiran ta’uu…
kitaabileen Afaan Oromootiin barreeffaman lama guyyaa har’aa Giddu Gala Aadaa Oromootti…
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) –Kitaabni mata duree Bu'uura barreeffama Afaan Oromoo jedhu kan Askaalee Tarfaatiin barreeffamee fi kitaabni Mata duree Iccitii Milkaa'ina barataa cimaa jedhu…
Weellisaan Yoonaataan Daammanee xumura dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot boqonnaa 6ffaa…
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Dorggoommi dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot boqonnaa 6ffaa har’a gaggeeffameen injifattootaaf badhaasni Birrii kumni 500 laatameera.
Dorgommiicharratti…
Sirna daldalaa fi galii walitti qabuu keessatti rakkoowwan walxaxaa furuuf hojjetamaa jira –Aadde…
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Sirna daldalaa fi galii walitti qabuu keessatti rakkoowwan walxaxaa furuufi sirna lammiilee hunda fayyadamaa taasisuu uumuuf hojjetamaa jiraachuu itti…
Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa Artifishaal Intalejansii daawwatan
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad agarsiisaa fi qorannoo agarsiisa giddugallii Artifishaal Intalejansii qopheessee daawwataniiru.
Agarsiisichi…