Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonnii fi hojjeettoonni mootummaa kumni 600 ol qabeenya isaanii galmeessisaniiru-Komishinicha
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Komishiniin Namuusaa fi Farraa Malaamaltummaa Federaalaa hoggantoonnii fi hojjeettoonni kumni 600 ol qabeenya isaanii galmeessisuu beeksise.
Itti aanaan…
Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii gabaasa raawwii karoora baatiiwwan 9 dhiyeessaa jira
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii gabaasa raawwii karoora bara baajata 2013 kan baatiiwwan 9 magaalaa Harariitti dhiyeessaa jira.
Ministirri Ministeera…
Preezdaant Saahilawarq sirna waadaa galuu Preezdaantii Koongoorratti argaman
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna waadaa galuu Preezdaantii Koongoo haaraa filtaman Deeniis Saasuu Niguu'oosoorratti argamaniiru.
Preezdaant…
Beenishaanguul Guumuuzitti sirreeffamtoota seeraa 300f dhiifamni taasiifame
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) - Naannoo Beenishaanguul Guumuuzitti sirreeffamtoota seeraa 300f dhiifamni taasiifamuu ibsameera. .
Namoonni kunneen kanneen adabbii isaanii 1/3 xummuratan…
Gamoon waajjira Muummee Ejansii Nageenya Infoormeeshiinii har’a eebbifame
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) - Ejansiin Nageenya Infoormeeshiinii Gamoo Waajjira Muummee Birrii biiliyoona 2.1 ijaarsiisaa ture har'a eebbifameera.
Gamoon Waajjira Muummee Ejansii…
Aadde Adaanach hojjettoota qulqullinaa waliin ta’uun naannoo qulqulleessan
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinneee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti argamuun hojjettoota qulqullinaa waliin ta'uun…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kuubaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kuubaa Ambaasaaddar Viilmaa Toomaas…
Miseensoota Raayyaa Ittisaa Biyyaa 64f Gulantaan kabajaa laatame
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) - Daayrektooreetii olaanaan Indooktirineeshinii Raayyaa Ittissa Biyyaa birgaadeer jeneraal Mahammad Tasammaan miseensoota Raayyaa Ittisaa Biyyaa 64fi gulantaa…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti bakka bu’aa dhaabbata Godaantootaa idil Addunyaa waliin…
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti bakka bu'aa dhaabbata Godaantootaa idil Addunyaa…
Proojektiin Dubartootaa fi dargaggoota godaansaa deebi’an diinagdeen fayyadamoo taasiisu…
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) - Ejansiin Carraa Hojii Uumuu fi Sheer Kaampaaniin 'Isti Afrikaa Bootiliing' proojektii Dubartootaa fi dargaggoota godaansaa deebi'an diinagdeen fayyadamoo…