Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Korporeeshiniin Manneen Federaalaa hanqina manneen jireenyaa magaalaa salphisuuf carraaqqiin taasisu…
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Korporeeshiniin Manneen Federaalaa hanqina manneen jireenyaa magaalaa salphisuuf carraaqqiin taasisu gaarii tahuu…
Sararri daandii babuura salphaan Magaalaa Finfinnee fi daandii marsaa irratti riqichii miilaan…
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Sararri daandii babuura salphaan Magaalaa Finfinnee fi daandii marsaa irratti riqichii miilaan adeemtoota ammayyaa ijaaramuufi tahuu Ejansiin Bulchiinsa…
Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti Daayreektarri Afrikaa Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay waliin…
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti Daayreektarri Afrikaa Dooktar Maatishiidiisoo Moo’eetii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay waliin mari’ataniiru.…
Lammiin Ityoophiyaa kamiyyuu ulaagaa barbaachisu yoo guute filachuu danda’a
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Lammiin Ityoophiyaa kamiyyuu ulaagaa barbaachisu yoo guute filachuu akka danda’u Boordii Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Lammiileen Ityoophiyaa 215 Beeruutii , 339 ammoo Saa’ud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 215 Beeruutii,339 ammoo Saa'ud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen Beeruutiitti sanada hin qabne rakkoo…
Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa jijjiirrate
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa gara Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa jedhutti jijjiirrate.
Maqaan haaraan…
Lammiileen kaardii filannoo fudhachuun mirga diimookiraasii isaanii fayyadamuu qabu – Waajjira…
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Lammiileen kaardii filannoo fudhachuun mirga diimookiraasii isaanii fayyadamuu akka qaban Waajjirri Muummee Ministiraa ibseera.
Filannoo…
Aanaa Liibaan Jaawwiitti balaa konkolaataa qaqqabeen miidhaan namaa fi qabeenyarra ga’e
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Liiban Jaawwitti balaa Tiraafikaa dhaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu nama 1 irra ammoo miidhaan qaamaa cimaan ga’uu…
Ijaarsi Dhaabbata Oomisha Warqee Kumiruuk eegale
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti kan argamu Ijaarsi Dhaabbata Oomisha Warqee Kumiruuk eegalu ibsame.
Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar…
Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan.…