Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaan
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaaniiru.
Waliigalticha Ministeerri Innooveshinii fi Teeknooloojii Itiyoophiyaa…
Dooktar Abiy jila Preezdaantii Zimbaabuwee simatan
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Preezdaantii Zimbaabuwee Emarsan Minaangaagwaan simachuun dubbisaniiru.
Jilichi kallattii…
Dhimma Hidha Haaromsaa gara siyaasaa idil addunyaatti fiduun qaama kamiifuu bu’aa hin fidu –…
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Dhimma Hidha Haaromsaa gara siyaasaa idil addunyaatti fiduun qaama kamiifuu bu’aa barbaaddamu kan hin qabne ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi…
Gaazexxeessaan Tigiraay Miidiyaa hawusii fi Ityoophiaatti bakka bu’aa fi qopheessaan olaanaa Ayigaa…
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Gaazexxeessaan Tigiraay Miidiyaa hawusii fi Ityoophiaatti bakka bu’aa fi qopheessaan olaanaa Ayigaa Fooram too’annoo jala oolu Raayyaa Ittisaa Biyyaa…
Dooktar Abiy Preezdaantoota naannolee fi hoggantoota boordii Filannoo waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantoota naannolee fi hoggantoota Boordii Filannoo Biyyaalessaa waliin intarneetiin…
Aadde Mufariyaat Ityoophiyaatti daayreektara dhaabbata deeggarsaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil Ityoophiyaatti daayreektara Dhaabbata Deeggarsaa Ameerikaa (USAID Ethiopia) Shoon Joons…
Namoonni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa qabatanii socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa iddoolee garaagaraatti namoonni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa kuma 5 ol qabatanii socho’aa turan 4 to’atamaniiru.
Komishinii…
Sagantaan baniinsa kadhannaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Sagantaan baniinsa kadhannaa biyyaalessaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaan gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Preezdaantii FDRI Saahilawarq…
Buufataaleen Filannoo hedduun galmee filattootaa hin eegale
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Haalli waliigalaa Buufataalee galmee filattootaa eegalanii fi hin eegallee akka armaan gadiitti dhiyaateera.
1. Oromiyaatti Buufataalee Filannoo…
Aadde Mufariyaat Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti daayreektara Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti daayreektara Afrikaa Dooktar Maashiidiisoo Reebeekaa Mootiin waliin…