Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Korichi duub deebii hojiilee labsii yeroo ariifachiisaa gamaaggame
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Koreen Ministirootaa deebii laataa labsii yeroo ariifachiisaa raawwii hojii labsii yeroo ariifachiisaa kutaalee biyyattii keessatti hojjetaman…
Kutaa magaalaa Araadaatti piroojaktoonni baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30n ijaarame…
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Kutaa magaalaa Araadaatti piroojaktoonni 48 baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30n ijaarame tajaajilaaf banaa tahuu ibsame.…
Kutaa magaalaa Araadaatti piroojaktoonni baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30n ijaarame…
Finfinnee, Eebla 7, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Kutaa magaalaa Araadaatti piroojaktoonni 48 baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30n ijaarame tajaajilaaf banaa tahuu…
Paarkoota qindeessa oomisha qonnaaf humna dhiyeessuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Humni Elektirikii Ityoophiyaa Paarkoota qindeessa oomisha qonnaa garaagaraaf humnaa fi bu’uuraalee misoomaa dhiyeessuuf dhaabbilee Chaayinaa lama…
Hojiin Suphaa Dhagaa Dhaabbii Xiyyaa xummuramuun daawwattootaaf banaa ta’e
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Hojiin Suphaa naannoo Dhagaa Dhaabbii Xiyyaa xummuramuun daawwattootaaf banaa ta’uu Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii beeksiise.
Hojii suphaa naannoo…
Ejjennoon Ityoophiyaa yeroo ammaa Guutinsa Hidha Haaromsaa fi Bulchiinsa guutinsaa qofarratti…
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) - Ejjennoon Ityoophiyaa yeroo ammaa Guutinsa Hidha Haaromsaa fi Bulchiinsa guutinsaa qofarratti mari’achuu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Dooktar Faanaa Hagos Preezdaantii Yuunvarsiitii Maqalee ta’uun muudaman
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) - Dooktar Faanaa Hagos Preezdaantii Yuunvarsiitii Maqalee ta’uun muudamaniiru.
Dooktar Faanaan Biiroo Haqaa naannoo Tigraayiitti hadha…
Sababa rakkoo nageenyaatiin bufataalee filannoo kuma 4fi 126 irratti galmeen filattootaa kan hin…
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Buufataalee filannoo kuma 50tti hiiqanitti filattoota galmeessuuf karoorfamus hanga ammaatti buufataalee filannoo kuma 25fi 151 qofarratti galmeen…
Lammiileen Ityoophiyaa 325 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 325 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi'aniiru.
Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu'aan daayreektara Jeneraa…
Aadde Adaanach Mahaammad Al Aruusii galateeffatan
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee waltajii idil addunyaarratti waa'ee hidha haaromsaa fi dhimmoota walqabatan irratti…