Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Injinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Siwiidin waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) -Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Siwiidin Haans Luundikuwiist waliin…
Konkolaattoota kuma 4 fi 703 qajeelfama kenniinsa tajaajila geejjibaa darbanirratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa geejjibaa Magaalaa Finfinnee konkolaattoota kuma 4 fi 703 qajeelfama kenniinsa tajaajila geejjibaa darbanirratti tarkaanfii fudhachuu…
Carraa diimookiraasii egeree biyya keenyaa murteessuuf har’a kaardii filannoo filattootaa yaa…
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Carraa diimookiraasii egeree biyya keenyaa murteessuuf har’a kaardii filannoo filattootaa yaa fudhannu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar…
Paartileen siyaasaa naannoo Gaambeellaa keessa socho’an 6 mana maree waloo hundeessan
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Paartileen siyaasaa naannoo Gaambeellaa keessa socho’an 6 dhimmoota naannoo fi biyyaalessaarratti walitti dhiheenyaan hojjechuuf mana maree waloo…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti Daayreektara Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti Daayreektara Afrikaa Dooktar Moo’eetii…
Ministeerichi deeggarsa maallaqaa Baankii Addunyaarraa argateen magaaloota 18 keessatti ragaa…
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Ministeerri Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii deeggarsa maallaqaa Baankii Addunyaarraa argateen magaaloota 18 keessatti hojii ragaa gurmeessuu…
Sudaan daangaa Ityoophiyaa weeraruun ishee nageenya gaanfa Afrikaa balaarra buuseera – Ministeera…
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Dura teessuun yeroo Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Sudaan daangaa Ityoophiyaa weeraruun ishee nageenya gaanfa Afrikaa balaarra kan buusu ta’uu…
Galteewwaan qindeessa qonnaa fi oomishaalee, dhiyeessi qamadii fi haala bittaa irratti mariin…
Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Itiyoophiyaa Galteewwaan qindeessa qonnaa fi oomishaalee, dhiyeessi qamadii fi haala bittaa irratti qaamolee qooda…
Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa Bahaar Daarii gara Finfinnee imalaa ture to’atame
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Shugguxiiwwan 108 fi Rasaasni kumni 2 fi 800 seeraan alaa magaalaa Bahaar Daarii gara Finfinnee imalaa ture to’atameera.
Shakkamtoonni meeshaalee…
Boordichi paartilee siyaasaa waliin marii taasisaa jira
Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasaa waliin marii taasisaa jira.
Marichi adeemsi filannoo hangaa amma jiruu fi rakkinoota mudatan…