Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan galmee waldaalee mana jireenyaa guyyoota dabalataa 10f dheerate
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Guyyaan galmee waldaalee mana jireenyaa guyyoota dabalataa 10f dheerachuu Biiroon Misooma Manneenii fi Bulchiinsaa magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Guyyaan hundeeffama Tiyaatira Ityoophiyaa waggaa 100ffaan kabajame
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Tiyaatira Ityoophiyaa waggaa 100ffaan sirna ho’aan kabajameera.
Sirna kabaja kanarratti Itti aantuu Kaatibaa magaalaa Finfinnee…
Ityoophiyaanonni 92 Yaman irraa deebi’an
Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Ityoophiyaanonni 92 Yaman irraa deebi’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksise.
Lammiileen Yamanitti argaman gara biyyaatti akka…
Balaa Ibiddaa kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyootti muudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) - Balaa Ibiddaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyootti muudateen qabeenyi birrii miiliyoona 1 olitti tilmaamamu barbaadaa'uu Komishiniin…
Hidha Haaromsaa Guddichaarratti marii sadeenii ilaalchisee Ambaasaaddaroota Afrikaa teessoon isaanii…
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Hidha Haaromsaa Guddichaarratti marii sadeenii ilaalchisee Ambaasaaddaroota Afrikaa teessoon isaanii Finfinnee taasisaniif ibsi laatameera.…
Ityoophiyaanoonni 160 Yamanii gara biyya deebi’an
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 160 Yamaniirra deeggarsa dhaabbataa baqattootaa idil addunyaatin gara biyyaa deebi’aniiru.
Kanneen har’a gara biyya deebi’an keessa…
Paartileen morkattootaa waltajjii Faanaa Broodkaastiing Korporeet qopheesseen falmii gaggeessuu…
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Paartileen morkattootaa waltajjii Faanaa Broodkaastiing Korporeet qopheesseen guyyaa har’aa Falmii jalqabaa gaggeessuu eegalaniiru.
Hoggantoonni…
Godina Shawaa Kaabaa aanaalee 13 keessatti milishoonni leenjii loltummaa fudhataa turan eebbifaman
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanalee 13fi magaalaa tokko keessatti milishoonni leenjii loltummaa fudhachaa turan eebbifamaniiru.
Akka OBN gabaaseetti…
Aanaa Liiban Jaawwiitti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa aanaa Liiban Jaawwiitti balaa tiraafikaa qaqqabee lubbuun namoota 7 darbeera.
Balaa qaqqabeen namoota 2 irratti miidhaan qaamaa cimaan…
Sosochiin Gareen ABUT iddoolee 8tti taasiisaa ture Raayyaa Ittisaan barbaadaa’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Sosochiin Gareen ABUT iddoolee 8tti taasiisaa ture tarkaanfii Raayyaan Ittisaa fudhateen barbaadaa’uu Qindeessaa Olaanaan Damee Ijaarsaa Raayyaa Ittisa…