Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Booranaa aanaa Miyootti ijaarsi mana barnoota Ifa Boruu xumurame
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Godina Booranaa aanaa Miyoo ganda Meelbanaatti ijaaramaa kan ture manni Barnoota Ifa Boruu Miyoo Meelbanaa xumurameera.
Manneen barnootaa Proojektii Ifa…
Ityoophiyaa fi Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii carraa hojii uumuurratti marii gaggeessan
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Komiishinarri Komiishinii Carraa Hojii Uumuu obbo Nigusuu Xilaahuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Emmireetoota Arabaa Gamtoomanii Mohaammad Saaliim Alrishiid…
Magaalaa Goondaritti Shugguxiiwwan seeraa alaa 168 to’atame
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Magaalaa Goondaritti Shugguxiiwwan seeraa alaa 168 to’atamuu Qajeelchi Poolisii Magaalichaa beeksiise.
Meeshaaleen seeraan alaa kunneen…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa sagantaa kadhataa biyyoolessaa ifoomse
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa sagantaa kadhataa biyyoolessaa ifoomsuu beeksiseera.
Sagantaan kadhatichaa ilaalchisee dhaabbile miidiyaaf ibsa…
Mariin hidha haaromsaa mariisisummaa Gamtaa Afrikaa fi biyyoota sadeen qofaan gaggeeffamuu…
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Mariin hidha haaromsaa mariisisummaa Gamtaa Afrikaa fi biyyoota sadeen qofaan gaggeeffamuu akka qabu Ministiirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Saarigee…
Lammiilee guyyaatti yeroo tokkollee nyaata nyaachuu hin dandeenye deeggaruun barbaachisaadha – Aadde…
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Lammiilee guyyaatti yeroo tokkollee nyaata nyaachuu hin dandeenye nyaachisuuf qaamni hundi deeggarsaa fi tumsa taasiisuun barbaachisaa ta’uu Itti aantuun…
Beeljiyeem lammiilee naannoo Tigraayiif Yuuroo miiliyoona 4 deeggarsa taasifte
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Beeljiyeem lammiilee naannoo Tigraayiif Yuuroo miiliyoona 4 deeggarsa taasiisuu ibsameera.
Beeljiyeem naannoo Tigraayitti lammiilee…
Aadde Adaanach Abeebee addabaabaayii Ityoo-Kuubaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee miseensoota kaabinee magaalichaa waliin addabaabaayii Ityoo-Kuubaatti biqiltuu dhaabaniiru.…
Ityoophiyaa fi Jibuutiin tumsa bu’uuraalee misooma Daandii, Baaburaa fi tajaajila…
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) .- Ityoophiyaa fi Jibuutiin tumsa bu'uuraalee misooma Daandii, Baaburaa fi tajaajila buufataarratti qaban caalmaatti cimsuuf fedhii qabaachuu ibsaniiru.…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baatii Ramadaanaaf ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amanataa musiliimaa hundaan ergaa baga baatii Ramadaanaan isin gahe dabarsaniiru.
Dooktar Abiy…