Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannichi beekkumsa irratti kan hundaa’e akka tahuuf hayyoonnii fi beektonni siyaasaa gahee…
Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Filannichi beekkumsaa fi raga sirrii irratti kan hundaa’e akka tahuuf hayyoonnii fi beektonni siyaasaa gahee bahachuu akka qaban gaafatameera.…
Addunyaarratti dhiyeesssiin talaallii vaayrasii koroonaa barnoota, aadaa fi dameewwan tuuriizimii…
Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)-Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii marii boordii raawwii hojii barnootaa, saayinsii fi aadaa dhaabbata UNESCO 211ffaa viidiyoo koonfiraansii gaggeessaa…
Ambaasaaddar Shibbiruu Maammoo ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)- Kubaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Shibbiruu Maammoo ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin Ambaasaaddar Shibbiruun…
Ityoophiyaan Godaantootaaf talaallii Covid – 19 laachuu eegalte
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan Godaantoota biyyoota adda addaarraa dhufaniif talaallii Covid –19 laachuu eegaltee jirti.
Talaallichi Godaantoota buufata gondaasaa…
Boordichi adeemsa filannoo keessatti hirmaannaa dubartootaa mirkaneessuuf leenjii laate
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa adeemsa filannoo keessatti hirmaannaa dubartootaa mirkaneessuuf tajaajjabdoota filannoof leenjii…
Lammiileen Ityoophiyaa 303 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 303 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil…
Amantaan Musiliimaa nageenya labsuu, waldhabdee maqsuu fi araara buusuun beekama- obbo Shimallis…
Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa calqabbii Sooma Ramadaanaa sababeeffachuudhaan hordoftoota amantaa Musiliimaatiif ergaa…
Leenjiin Ajajoota Poolisii Olaanoo Biyyoota Miseensa Baha Afrikaaf kennamuu eegale
Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Leenjiin bobbii dursaa nagaa kabachiisuu ilaalchisee, Ajajoota Poolisii Olaanoo Biyyoota Miseensa Baha Afrikaaf kennamuu eegaleera.
Leenjichi…
Preezdaan Saahilawarq hojii gaggeessaa Kaanaal Pilaas Guruup damee Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Indaastirii Teeleeviizhiinii keessatti adda duree kan ta’e Hojii gaggeessaa Kaanaal Pilaas Guruup dame Afrikaa…
Yaa’iin hojiilee qo’annoo fi qorannoo 4ffaan magaalaa Roobeettii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Yaa’iin hojiilee qo’annoo fi qorannoo 4ffaan mata duree ‘ Faayidaa duudhaaleen waliinii waliigaltee biyyaalessaa fi tokkummaaf qabu’ jedhuun Godina Baalee…