Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Soomni Ramadaanaa waggaa 1442ffaan boru ni eegala
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) - Soomni Ramadaanaa waggaa 1442ffaan boru kan eegalu ta’uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa ibse.
Baatiin Ramadaanaa baatii…
Indaastiriin Feebeellaa zayita liitira miiliyoona 12.2 oomishee gabaaf dhiyeesse
Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)- Indaastiriin Feebeellaa zayita liitira miiliyoona 12.2 oomishee gabaaf dhiyeessuu abbaan Indaastiriin Feebeellaa fi walitti qabaan boordii Biikeejii obbo…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa godinaalee fi aanaalee naannoo Oromiyaa fi Amaaraa waldaangessanii…
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) -- Hoggantoota Paartii Badhaadhinaa godinaalee fi aanaalee naannoo Oromiyaa fi Amaaraa waldaangessan gidduutti mariin waloo taasiifame.
Rakkoo nageenyaa…
Maqaa dhaabbataatin carraan isiin qaqqabeera jechuun hojiin waliin dhahuu hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)- Maqaa dhaabbata Kookaa Kollaatin carraan badhaafamuu isiin qaqqabeera jedhuun hojiin waliin dhahuu hojjetamaa jiraachuu komishiniin poolisii federaalaa…
Dohaatti waldaan gamtaa diyaaspooraa Ityoophiyaa hundaa’e
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)-Dohaatti waldaan gamtaa diyaaspooraa Ityoophiyaa hundaa’u Dohaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksise.
Gamtaan waldichaa dhaabbata waldaa bakka bu’aa…
Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroo itti aanaa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)- Sudaanitti Ambaasaaddarri guutuun Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon itti aanaa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Sudaan Mohaamaad Shariif Abdallaa waliin…
Magaalichatti misoomawwan bu’uuraatin qonnaan bultoota naannawa magaalichaa jiraatan…
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti misoomawwan bu'uuraatin qonnaan bultoota naannawa magaalichaa jiraatan fayyadamoo taasisuuf hojjetamaa jraachuu ibsame.
Itti Aantuun…
Raashiyaan tattaaffii Ityoophiyaan nageenya naannichaa mirkaneessuuf taasiiftu kan deeggartu…
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) - Tattaaffii Ityoophiyaan nageenya naannoo ishee fi tasgabbii naannichaa mirkaneessuuf taasiiftu Raashiyaan kan deeggartu ta'uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…
Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durfamu godina Arsiitti qamadii jallisiin misoome daawwachaa jira
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) - Jilli preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu,Godina Arsii Aanaa Xiyootti qamadii jallisiin misoome daawwachaa jira.…
Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Jibuutii yeroo 5ffaaf filannoo injifataniif ergaa gammachuu…
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Jibuutii yeroo 5ffaaf filannoo injifataniif Ismaa'eel Oomar Giileef ergaa gammachuu dabarsaniiru.…