Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Preezdaantii Jibuutiif ergaa gammachuu dabarsan
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad Preezdaantiin Jibuutii Ismaa'iil Oomaar Giileen filannoo biyya isaanii irra deebiin moo'achuu isaaniif ergaa…
Bu’uuraalee misoomaa Elektirikiirra miidhaan birrii miiliyoona 7tti tilmaamamu qaqqabe
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee iddoo addaa Impeeriiyaal jedhamuun beekkamutti sarara daddabarsa elektirikaa lafa keessa awwaallamee jiru kiiloo…
Agarsiifni aadaa 4ffaa sabaa, sablamootaa fi ummattootaa naannoo Beenishaanguul Gumuuz magaalaa…
Finfinnee, Eebla 2, 2013 (FBC)- Agarsiifni aadaa 4ffaa sabaa, sablamootaa fi ummattootaa naannoo Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaatti gaggeeffama jira.
Agarsiisichi mata duree…
Lammilee biyyaa alaa tokko tokko maqaa Invaastiimantiin yakka waliin dhahuu raawwachaa jiraachuun…
Finfinnee, Eebla 2, 2013 (FBC)- Lammilee biyyaa alaa tokko tokko maqaa Invaastiimantiin yakka waliin dhahuu raawwachaa jiraachuu Komishiiniin Poolisii Federaalaa beeksise.…
Preezdaant Saahilawarq du’aan boqochuu Ilma mootii Filiip ilaalchisee giiftii Ingiliz…
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Preezdaant Saahilawarq Zawdeen du'aan boqochuu Ilma mootii Filiip ilaalchisee giiftii Ingiliz Eelsaabeetiif xaalayaa gaddaa barreessan
Giiftii…
Magaalaaa Finfinneetti fayyadamtoonni seeftineetii kumni 29 ol eebbifaman
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Ejansiin Wabii Nyaataa fi Misooma seeftineetii magaalaa Finfinnee fayyadamtoota misooma Seeftineetii kuma 29 fi 400 eebbisiiseera.
Ejansichi bakka…
Warshaan Aannanii Laamee Diyaarii jedhamu eebbifame
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti aantuu Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Warshaa Aannanii Laamee Diyaarii…
Ityoophiyaan Guutiinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan osoo hin eegalamin dura…
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqaalaan Guutiinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan osoo hin eegalamin…
Lammiilee Ityoophiyaa 300 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Eebila 2,, 2013 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa 300 Saa’ud Arabiyaa Magaalaa Jiddaarraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Bakka bu’aan Daayreektara…
Dooktar Abiy ijaarsa proojektii gidduugala yaalaa Roohaaf Dhagaa Bu’uuraa kaa’aan
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojektii gidduugala yaalaa Roohaaf Dhagaa Bu'uuraa kaa'aaniiru.
Proojektiin guddaan kun magaalaa…